|
Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)
|
|
|
Gadda guddatu nuti dhagame jira Oganoota Oromo afaan diinan salphisun yakka. Waan dhaabba keessati dubatamu maluu ada; waan sab qunammitii Oromo qoofati dubatamu ada; waan sab qunammtii adunyati ykn afaan English dubatatuu qabu ada; Afaan diinii keenya dhaga'uun jiban ykn dadhabina keenya diinati himun addaa Oromoo miti, utuu Oganoon keenya hundi hanqina kana qabatan ilee diina fi adunyaaf saxilun Oromoo midha malee diina hin midhuu, maliif kun ta'aa??, enyuuf hojeeta jira??. Qeeqa qabnu bakka waliti himu hin qabunu??ykn waltajiiti maliif walgorfachuu dadabnee?, shaki ykn dogogora jiru ilee kooree hoji rawwachiiftu dhabba sanaati maliif hin eergine??. Ogannoota gaafa uni hin dhalatiin bilisummaa Oromoof jeecha jiruu fi jireenya isaan wareegan; akka keenya da'iima hin horanee, mana hin qabnee, qabeenya hin qabnee, vila hin qabnee, abdi bilisuman jiratanin, isiin afaan hin beektan jeechuun siirdha? isaan afaan English barachuu dadhabani boosoona seenan?? Afaan Englishi beekun dandeetidha??, Afaan Engishi ogumma qabsooti?? ykn Afaan English madaali qabsooti?? Oganni qabsoo amoo waan hunda beeku qaba?? ykn dirqidha???; uni immo dandeeti keenyan isaanf Excperti yan xinxaltoota tanee gargara jira??? ykn qabeenya qabnuun ykn qunammtii qabnuun jara kana gargara jira???. Namoota maqan isaan website Oromo irrati caqasamee kun namoota waan danda'aan hunda Oromoof goocha jiran, haali isaan keessa jiran ilee yoo hama ta'ee malee, garuu Amerika fi Europa teenye waayee dandeeti isaan xiqeesun Oromo hunda xiqeesudha, kana malee Oromoo ni mufachisa malee hin gamachisu:: Namoon kun kan qabsoo egalan gaafa uni gara hadha keenya keessa jiru, ykn gaafa uni mana fincaan dhaquu hin beekne, ykn gaafa uni abdaa fi biisha gargari bassinee hin beekne:: Garuun namoota wagga 35 ol jiruf jireenya isaa wareegen salphisun Ummata Oromoo diina birrati salphisun ala bu'aa tokko hin qabu:: Namoota maqan isaan caqasamee kana hundaf kabaja gudda qabachaf; Galaasaa Dilboo, Dawud Ibsaa, Yaa’ii Malkaa, Abbaa Calaa Lataa, Gen. Galchuu, Jarraa abbaa gadaa, Dhugaasaa bakakoo, Bultumm Biyyo, Tamaam Yoosuf, and Abdi Ragasaa gara fuldurati wal dhabdee isaan siirefatan qabsoo Oromoo tokkuman geegsun oduu moortuun ittin isaan yaaktuu irra akka offe eegtan fi qabsoo Oromo fininfun goomatuu akka salfachisan abdi qabna. Sab qunammtiin (Media) maqa Oromoo sochoon hund yoo ergama diina hin qabanee malee Ogannoota Oromoo balaleefachuu hoji goodhachuun isaan ergama diina ta'uu Oromo baratee jira, olola akkasi Oromoo akka isaan hin dhageenye beeku qabna. Waan moormin yoo qabanee ilee qabxi isaan irrati dogogoran tokko lama jeene ibsachuu qama dhimmi isaa ilaaluti dhiyeefachuu qabana malee Pesonal goochun siiri miti:: Oromon tokko, rakkon keenya tokko, biyyi keenya tokko, galmi keenya tokko, kayoon keenya tokko Bilisumadha. Oromoon ni hinjifata!!!
|
|
| Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved |