|
Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)
|
|
|
New
Page 2 home
Himtaa Galmee Junedin Sado
Yaakkaa Jijjiramii/Ginbot7 fi OPDOn TPLF hojeete kutaa 9 faa
Jijjiirami/Ginbot7
OPDO/TPLF caalaa saba Oromoon Tufamtee jirti.
Oromiyya fi Finffineen Oduu yakka Minisoota irra dhuffu dhaguu erga
jibine turan jira, Minisoota sila abdi Oromoo jeedhamee mora
yaakamtoota fi golga Habasha ta’uun isaa Oromoof gadda gudda ta’ee
jira. Minisoota Walda Kirstyana fi Musilama, waldalee Dargagota fi
baratoota, Miseensoota fi Hayoota OSA heeduun bakka jiran ta’ee utuu
jiru. Siyyasii Oromoo kan beeku “Oromoo Xinxala Siyyassa Habasha
tokko qoofa” ta’uun Oromoon 20,000 bakka jirutii Mirga Oromoof nami
gadii bayee dubatuu tokko dhabamuun Oromiyaa fi Finfinnenti nu
salfachisee jira. Uni asi Melese sodane yoo caalifnee Oromoon
Minisoota jirtan Nafxanya Moofa Habasha Oromoo harka fi harma muree
dhiira hunda sala mure malif nu irraa dhorkuu sodatani Birhanu Nega
jala yatan?
Ergama diina qabatani gurmuu qabsoo Uummataa Oromoo kan diigan
Jijiiramaa/OPDO xiinoon yaaka kana gadi jiru Melese Zenawi Oromoo
irrati rawwatee caalaa Oromoo irrati rawwatan jira:-
1.
Safuu, Heera fi Seera Oromoo cabsuudhan Irriibuu galan gananin dhiga
fi lafe gootoota Oromoo kan ijaramee gurmuu qabsa’ootaa hayyama
miseensoota malee diguu isaatiin;
2.
Lammii Oromoo bara baran nagga waliin jirachaa asi ga’ee yerro
jalaqabaf gargarii qoodudhan Gosa fi Amantan sosoban of dukka
hirirsun kan amoo dimshashumatii yaakkudhan salphsuu fi xiqeesun
Oromoon akka wal baqatuu waan goodhanf;
3.
Gurmuu Qabsa’ootaa digan ji’a murasee keessati, Malaqa Qootate bila
Oromootiin Meesha lola bitamee harka isaan galee fi qabsa’oota
Oromoo ummurii gutuu dirre turan akka isaan TPLFti harak ladhatan
goochuu isaniin;
4.
Qabsa’oota ijoolee Oromoo dirre Kibba
jira kun Wellaga Shawa isaan baduu qabuu jeechun haalkani wal
damasan, gosan wal gurmeesan ijoolee Oromoo hafan bosoona keesa ilee
akka hin jirane goochuun lubu heedu balessu isaan,
5.
Icitii yerro dheerraa harka
qaban fayadaman qabsa’oota Oromoo biyya keessa jiran namoota
beekamoo, Baratoota Oromoo fi
miseensoota WFDO fi OBK qanammitii
tokko ilee utuu isaani
waliin hin qabatiin akka waan beekanti odeefanoo soba diinaf lachuun
hidhatii gursisuu isaaniin;
6.
Qabsa’ootaa badii tokko ilee hin dalagiin fi dalaguu ilee hin
dandeenye Harka qulaa jira Oromoo qaqalii 17 gara jabina fixuu
isaanini;
7.
Saboontoota Oromoo biyya ala jiran maqa fi teesoo isaan dhaabbilee
Habasha diina Oromoo ta’aanf lachuun lola fi Olola irrati basisun
Oromoo birrati akka fudhatama dhaban goochuu isaani;
8.
Waggota Laman darban ijoolee Oromoo qabsaoo haqaf mana ba’aan yakka
jijjiramii hojeetuu irrati damaqan akka Qananisa Waabee, Bilaali fi
Yonatan Dhibisaa kkf bakka butee dhabamsisuu isaaniin;
9.
Kenya Keessa Baqatoota Oromoo heedu maqa fi tessoo isaan diina
keenun harka diinati kufisan du’aaf saxiluu isaaniin;
10.
Akkuma lamii Oromoo tokkoti
icitti duran beekan qabsa’oota Oromoo lubu hambsuuf of qusanoo
qabachuu utuu qaban Diina akkas jeedhan gorsuu irra darbani
“
Because the army and state institutions will remain intact,
secessionists will not be able to break away any part of the country
and have to wait for the due process.”
Iccitii isaan harka ga’ee TPLF fi Ginbot 7 dabarsan keenuu isaaniin;
11.
Of
isaanif gurmuu qabsa’oota diiguu utuu isaanti hin xinnatiin gaafi fi
Mirga hirree murteefana ummataa Oromoo “secessionism”
jeedhani.
Second, in a situation where there are competing nationalist
narratives, such declaration is likely to stir up anger on the other
side—weakening the moderates and strengthening the
ultra-nationalists.
biyya
murmutoota jeechun media diinati affan horman saxiluu isaanf.
12.
Amalee yaakaa hojeetanf ykn warii keessa banee jeedhan ilee dogogora
humamee irraa gaban qula Oromoo dhoksuu mana kara bakka bu’aa
isaan Jawar Mohamad akkuma kana duraa Ginbot 7
gorsa fi icitii dabarsaf
jirachuu isaaniin;
13.
Ogganii, Miseensoon fi
jarsoolin gossan garsuu Oromoo digge kana dukka hiriraan yaaka
dalagama jiru kan haqan yeroon dura
kan dhabata murasa, kan erga isan labsan uummatii biyya hunda dura
dhabachuu igalee booda ibsa muran fi haqa hin tanee basuu egaluun
bu’aa hin qabuu. Kana Malee Miseensoon 95% fi GS 65% kun uni Oggana
jeedhan Miseensoota 5% fi GS 35% dura dhabachuu maliif dadhaba?
Yoo dadhaban ilee Mediati ba’aan Uumataa Oromooti malif hin labsiin?
Yakka Oromoo irrati goodhamuu hanga ini labsamuuti ma caalisan?
Kayoo irrbuu galalanf
bakkuma tokkotii ilee du’aa
irraa hambsuu hin dandeenye maliif waraa qabsa’uu dura dhabatuu
yerro hunda.
Lichoo Bukura” jarii kun soban shanee diigan, nu waliin biyya galuuf
ka’aan boode qanfatan haafni uumata soban, amalee hundi isaani
mariatni Ginbot 7 galuun labsamee akkuma shanee
soban ergasi amoo uni soban
ama ilee jari lachuu wali isaani soba jiru” jeedha kunoo amantana.
Lichoo Bukura.
Waluma Galatii Gosa, Amanta fi Fayyidaa irraa ofii isaani
utuu bilisa hin goodhiin Oromoon bilisoomsuuf deema jeedhe odeesun
of gooyomsuudha malee Oromoo kana boodee goyomsun hin danda’amuu.
Uummanii fi Miseensoon balan iccitii Ogganoota hin beekne yerro gara
gurmuu bilisummaa uummataa Oromoof loluu dukka hiriruun gaafi ,
haawwi fi dheebuu
bilisummaa uumanii Oromoo qabuu bakkan ga’uu qabdu jeechaa. Ogannoon
Jijjiramaa kan turan keessa ba’aan fi amalee
gorsituu Ginbot 7 goodhan
kan of mudan jiran yakka bara baran ittigaftamuuf deemtan irraa of
qusadha jeena. Bareefama
kana bakka (kutaa) 12 qoqonee waan dhiyeesinuuf nu hordofa; Ittifufa nu
hordofa Falmata
Dhugga Oromiyaa irra “Hiimaa
Dhiiddeen Du’aa Hin Didduu” jiradha Oromoo
link kana dubsa hunda isaa .
Gulaalaa
Links:
|
|
| Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved |