|
Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)
|
|
|
Dhaabilee Oromoo Bilisummaa Oromoof falmatan waliin deemuu feena. Sent: Tuesday, August 16, 2011 11:20 AM Miseensoon ABO fi dhabbilee Oromoo heedun bilisumma Oromoo qabsa’aan haala adeemsa Mootummaa Ethiopia fi dhabbilee Habasha hunda xinxaluun qabsoo bilisummaa akka cimuu murteefatani jiru, dhaabilee biyya keessa dabalatee qabsoo kara hunda gegesun ummataa keenya bilisumma isaa gonfachisuti amanan jiru. Giduuti kanati ABOti kardi keeloo argisisun erga diigan booda ji’aa 6 Oromoo bilisa bafana jeechun miseensoota jijirama Minsota (USA) walti qabatan ijoolee ganda tokko qabsoo ummata Oromoo Ginbot 7 gurgurachuu egalan. Ergan kara bakka bu’aa Hasan Husen Atlanta irra darbee lamii Oromoo Harka fi Harmi Habashan muramee sun dhukuba isaa iti kasee jira. Jaamal Galchuu-Hasan Husen, Tamami Batee- Lencoo Bati, Nuri Dadafoo-Kamal Galcuu bakka bu’aan mariin isaan deemsisa jiran hundi fara Oromooti. Ijoolee Arrii keessati gaddaa gudda umee jira. Sababin isaa uni ilee kayyoo isaan utuu hin beekni oduu Fixaa Mooti fi Jawar Mohamdi amanee Dhaabba keenya dhugga ABO diinee jireen gantoota kanaf harlka dhowaa ture. Adeemsaa fi Marii wara jijirama ABO kan dhageesee OPDOn Junedin Sado- Jaamal Abaso; Dawanno Kadir – Jibiril Mahmad fi Shifraw jaarso ummatan waan jeedhan kunoo argitan ijoolee keessan bilisa isiin bafna jeecha turte dadhabidee Amhara kaleessa Harka fi Harma Arsi murteeti isiin gugura jirti jeechun ummata dhigga bosisaa jiru. Waan Ummata Arsi Gadisisee ini guddan OPDO ogani isaa fi wajjira Mootumma keessa ogana irra kan jiru 90% ijoolee Arsi yamuu ta’aan wari ama Amharati Harka keene ilee hundi ijoolee Arsi qoofa ta’uun Harki keenya dara haree, ijoolee keenya gumma Annoolee baftii jeene wara Harka fi Harma nu muree waliin hirirtee jedhee booyee jaarsi Arsi. Ayal-Sew Dessye “Ethiopia ina Ethiopiywinatin yatqabalee” qoofa waliin dubana OLF fi ONLF ethiopia baleesuf waan ta’aanf waliin dubachuu utuu hin tanine jara kana baleesudha jeedha. Mootumma Ethiopia ijaramuu keessati OLF fi ONLF kessa galuu hin qaban jeedha. Oromoo naggenya qabuu wara akka Ayal-Sew Dessye waliin dubachuun Oromoo Harma fi Harka murudha. Ayal-Sew Dessye Dhigga Oromoon kan harka dhiqatee yamuu ta’uu dhaabbi isaa EPRP lammi Oromoo gutuu Ethiopia irra dugugee baleesuuf wara hojeetan. Waar jijirama garuu Ayal-Sew Dessye (EPRP fi Hibrati) wara jeedhamn waliin dubachuu badi gudda umataa teena irrati dalga jiru. Jijirami Bilisumma Oromoo dura dhabacha jira. Sababi isaa Bilisummaa fi mirga ummataa Oromoo kabachisuu utuu ta’ee marii fi tokkumaa gegesuu kan qabuu dhabilee Oromoo. Ummanni Oromoo biyya keessa jiru haala kanati heedu gadee jira. Ijoolee Oromo hundi lammi oromoo tatee hojiin jijirami hojeecha jiru kun waan lamii tena tatuu waan hin taneef dura dhabachuu qabuu, jijirama namoon 6 maqan isaa caqasamee kun ummata Oromoo hafee Anna Arsi tokko ilee bakka bu’uu hin danda’aan. Jari kun qabsoo ummata Oromoo keessati ga’ee tokko ilee hin qaban. G/Kamal Galchuu yoo ta’ee ummataa Hargrgee ABOti yakkun malaqa irra guratee daldalacha utuu jiru, K/Ababa Darasuu nama jeedha waliin Nyata waraaf Malaqa iti latamee dhimma dhunfa isaanf olchatan malamaltumman gamagamamuuf yaamuu wamaman bargan biyya ba’uu isaan General Bacaa Dabalee ummataa Oromoof ibsaa tura. Dirqami ABO Warana Ethiopia keessati hojeechuu kan itti keenamee K/Gamachuu fi G/ Hailun sababa kama fi Ababa hoji hojeeta turan iiti damaqamee harka Meles erga kufan daqiqa murasa keessati biyya ba’uu danda’an jiru. Bala Kamal fi Ababa baragan biyya baqatani waran Oromoo 21,000 ji’oota murassa keessati yaaka tokko malee waraana Ethiopia keessa rukutamee ba’ee kun Oromoo seena Gaddati. Kamal Galchuu faa yaaka Ethiopiati dalagan ABO keessati ilee dalaga jiru. Waraan biyaati dararan irra ga’ee guyya tokko jara kana ijan arguuf himachuuf qoophidha. Ijjoleee loltu Oromoo biyya fudhane ba’aan fi duran kan qabsoo keessa turan namoota 17 isiin Harargee, Shawa fi Wellega jeedhan Asabti fixuun isaan dhaabii jijiramaa waan Melese Zenawi Oromoo irrati hin rawwatiin Oromoo qulqulu irrati rawwacha jiru. Jijirami ABO laga fi Amanta hin beeknee keessati laga fi amantan ijaruun seena yaakaa dalagani jiru; Dispora Oromoo waggota heedun hawwassan ijarame, adda Oromoo gudisun qabsoo Oromoo gargara ture adnya gutuuma irrati diigan kun yaaka jijirama qami jeedhamuu fidee; Oromoo cidha fi dhu’aa dabalatee dhukubsatee kaka wal hin gafanee goodha; kun yaaka Oromoo irrati dalagamee; Shanee fi QC baleesuun jeechun icitii dhabbilee kan waan beekan hunda Mootumma Ethiopia fi Kenya ti keenun gagama gudda qabsa’oota Oromoo kaleessa direee waln turan irrati yaakaa seena hin hirnfanee gegessan jiru; Icitiin teesumaa loltoota Oromoo Kenya jiran harka wayyanee kan galee kara jijiramati. Qabsaoota jioolee Oromoo lubu isaan qabsoof keenan Qananisa Wabee, Bilali, Yonatan Dhibisaa, kkf bakka buteen isaan dhokatee jira. Jarii kun yaakaa hama hojeeta jiran kan waan isaan cinqee jiruuf qabsoo Oromoo wagga 130 ol lakkobsisee deebisan diina Oromooti gurguracha jiru. Ergama isaan kana bakkan ga’uuf shanee waliin arara adeemsisa jira jeechuun yerro bitacha jiru. Namicha fayyisa Oromiyya (Lencoo Lata) jeedhamuu kirrefachuun jijirama (Smart) jeedhama jiru; ergamtoon Ginbot 7 Jawar Mohamad jeedhamtuu amoo biyya kukutoon (ABO) caara kaka hin arganee jeechun ginbot 7 ijoolee habasha gorsuu egalan, dhiiroo lafti tnena Arsi n Sobduu , gara jalatuu, ayyana lalatuu, ergamtuu diina akkasi dhalchee hin beeku, rabbi badii keenya kan keessa nu basii Oromoon biyya ala fi biyya keessa ilee imman busee booya jira. Rabbi slphina kan keessa nu basii: Lammiin Oromoo waa nu beeka jijiramii Arsi bakka hin butuu nu qabsaoota Oromoo QC, Shanee fi kan birro hunda waraa kayyoo Ganama ofa jiran waliin ni qabsoofna, jara nu salphisan kana of keessa bafnee, gamta fi gadiisa Oromoo tokkuma ummanee isiin waliin deemna, tokkumaa dhugga atataman feena. Na ofkalchaa Oromoo Husen Ali Nairobi Kenya |
|
| Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved |