New
Page 2 home
Oromoon Lamafaa
Habasha jala hin hiriruu, Hariiroo ilee waliin hin tolchatuu!!
Gummi Paarlamaa
Oromoo 03/01/2012
Ummataa Oromoo
Hundaaf
Yaa Uummata Oromoo Gantooni
biyya kee keessati gudatan sii ganani jiru, Guddifachan ati bake
futee gudifatee fi galtuun nama goteee sii ganani jiru., Seeran ala
horma kan atii dhalchitee makkon/jaldhufii ilee
Oromoo gananii diina dukkaa hiriran jiru. Isaan yerro ilman kee
wayee qabsoof dararaman, saamichan
malaqa horaniin
sii dhabamsiisuuf iitin
hojjachaa jiru. Habashooni yomilee
yakka Oromoo irratti dalaganti gabaani hin beekan, Dhifama gaafachuu
yaadan hin beekan. Uummataa Oromoo irratti yakka dalaguu isaani
amanani hin beekan. Habashoon Haraan -Wayyanen/TPLF lafa keenya
gurgurte, qabenya keenya hunda dhuunfatte ijoolee keenya gara
jabinan ajeesaa kaan hitee,
Shamaran Oromoo irrati yakkaa heedu rawwatte jirti. Uumataa ollaa
akka Beneshangulii fi Somalee hidhachiftee Oromoo ficisisa jirti.
Afaan Oromoo baleesuun, adda Oromoo dhoksuun, eenyummaa Oromoo
baleessa jirti. Baratoota Oromoo University hunda keessaa funantee
hitee jirti, kaana moo barumsaa isaani irraa aritee jirti. Kanaafu,
Habasha Irraa waan Edduu hin qabdu, goola kee itii hin argsisin,
lafa kee irra hin dabarsiin, dhaabni habasha kamuu lafa Oromoo irraa
darbuun du’aa kee booda ta’uu qaba. Irraa bituu fi iitigurguruu,
waliin nyachuu f i dhuguu dhisii. Diina sabaleesuuf deeman
waan ta’aanf waan dadeesen of irraa qooladhuu.
Baratoota Fi
Dargagoota Oromoo biyya keessati Dararama jirtuuf:
Guyyaa fi Halkan
Oromooti dukanayee jiru kun ifaatii ba’uuf akkasi dukana’aa.
Ajeechaan, hidhan, reebichii fi torurchn hamaan ilmaan Oromoo irrati
gegefamaa jiruu kun lafa dhiyooti ni dhabataa. Diini keenya hundi
iffa ta’aan jiru, namaoon Qabsoo Oromoo wagoota dheeraf takkalan
qaban ilee yerroon saxlaa jira. QabsooOromoo
malaqatii gurguracha turan
ilee wal calala jiru. Qabsoo Oromoo kessa ta’aaiin dhaabbilee Oromoo
diggan Hawwassa Oromoo facasan warii wal dura dhaabata turan gara
Habashatti deemani jiru. Oromoon qulquluun harka wal qabatee deemuuf
murteefatee jiira. Kanaafuu Dhiigi dhangala’e qamii kee lalatee
qabeenyaan kee badee hundi beenya argachuuf deema; Bilisumman amoo
arisa malee hin jiru Arisaa hin soodatiina - Bilisummatuu duba jira
waan ta’eef. Qabsooti ifufa teenye siin ilaaluu dunee Bilisoomana
Dhabbilee Oromoo
biyya kessaa jirtaniif;
Ginbot 7 dhaabilee Oromoo
jala addemee ABO diiguuf tattaafachaa jiraachuu isaa hubatani jirtuu?
Madrak UDJ, Qinjit, MEAD, EPRP, TPLF kkf Dhaabilen Habasha
hundi diina kessanfi wara Qabsoo Oromoo
baleesuuf ijaramee ta’uu
yerro heedduu irra deedebine isbine jirra. . WFDO/OBK of fuldura
qabatan Oromiyya seenuuf deemu waan ta’eef Miseensooni WFDO fi OBK
Habasha Haraasi ta’ee Habasha Moofaa of irra dorkii.
Habasha Moofan Uumataa
Oromoo walaka ½
fixee kan hafaan amoo Harka, Harma fi Sala muree
garbonfatan, Habasha Haraan Tigree amoo waan ini isiin goocha
jiru ni beektu. Kanaafu, utuu gubatan Abida Habasha gara birra
keessa lixuuf hin yaadinaa, Oromoon ergamtuu ta’uu hin barbaduu of
hin gooyomsina. Namoon tokko tokkoo aangoof garmalee susoftan (hawwitan)
aangoo Habasha irra qoodachuuf saba gudda kana hin qaneesina.
Dhabadha of ilaala. Kessumatuu Misensoon WFDO Kibba – Kabbaa, Baha –Lixaa
Oromoo jirtan hundi Qunmamiti atatama Humachuun siirna TPLF of irraa
kassuf qabsoo goochaa yamuu jirtanti siirna Minilik isiinti Deebsuuf
Dhabbilee Habashoota biyya keessa fi biyya alati wal qunamman Oromoo
deebsani gaboonfatuu deeman dura dhabachuun dirqama keessan akka
batani isiin gafaana.
Miseensoota Dhaabba
OPDO Hundaaf
Utuu isiin Miseensoon OPDO
hedduu dha jachaa jirtanuu Ilman
Tigray nami 1000 hin tanee Oromoo samtee, ajeeftee, hitee fixaa
jirti. Kun salphina ta’uu ni beektuu? Miseensoota WFDO, OBK
fi Baratoota Oromoo University
hunda keessa TPLFn falmataa jiran qabdani hidhatii guruun keessan of
baleesuu dha. Namoon isiin hidha jirtan kun Obboloota keesan wara
borii isiin birra goree Ginbot 7/TPLF isiin irra loluu,
obboleessa keessan hitani
ajeessa jirtu Dhisaa!! . Siiyassi yeroo hunda dafee jijirama,
dhabbilee ni baduu siyyasi ni jijjiiramaa, garuu eenyummaa fi
Oromummaan keenya nu waliin hafa,
Oromoo lamii keessan hin midhina. TPLF waan hunda samatee
Tigrayti galuuf Meeshaa xaxachaa jirti. MADRAK/Ginbot 7 amoo
Minilikin Deebsuuf Jijiiramaa gartuu
ijoolee ganda tokko Yaabatan gulufaa siiti dhufaa jiruu
Oromoo sii biira jiru miiduun dhaabbachuu qaba. siin jachaa jirra.
Siiran garboonfata Tigray of irra buqisuuf qoophaii hojeedhu
Nafxanya Moofa siiti dhufaa jiru ilee waliman of irra qabuuf of
qoophesi. OPDO hin gooyoomin! Uummanni Oromoo Bilisummaa barbadaa
kanneen bilisummaaf falman waliin dhaabbadhu.
Ilmaan Tigray, Ilman Amhara,
Makoo fi Jaldhuffi isiin keessati wal ijaran ilee siiritii to’adha
isaan ilee Kayoo Minilik dhoksan batatani isiin keessa jiru. Gorsi
keenya kan maayyii Baratoota
Oromoo hin hidhiin, Miseensoota WFDO fi OBK hin hidhin borii
isaantuu lubbuu keessan bararaa. Diin Oromoo bayee dha diina dhiftee
lammii kee baleesuu irrati hin booba’iin. .
Dhaabbilee Oromoo Siiran
Habasha lagatan hundaaf:
Garboonfatan
Qabsoo Bilisumaaf Tumsee
seena keessa hin jiru, Europa fi
USA
feedhi mata isaan malee feedhi Uumataa yaadant hojeetani hin beekan.
Europa fi USA Mootummota Mabbotoo Sesesekoo, Edi Aman Dada,
Sadam Husen, kkf Abbotii Hirre hamoo wara
degera turan. Amalee Melese Zenawi Oromoo fixaa jiru deegera
jiru. Isaan kan
degeran yerro hunda bu’aa ofii isaan qoofa. Oromooni Milyoona 40
taanee humna
Tigre Miliona 3
ari’uu dadhabene sababa heedu
tarrisuun siiri miti. Quruphee laga jirutuuf Foon irrati waloon
beekuma moo walaluma?
Yoo tokko tanee hunman tanee Oromoon hundi nu deegera adunyan hara
nu tufatuu kun borii wajjira keenya balbala dhabata.
Dhaabba laafaa amoo uummani
isaaf qabsoofnu iyuu hin jalatuu. QC-ABO, Shane –ABO, ULFO fi siirna
Habasha kan lagatan hundii Haala duree tokko malee
marii atatama gegesuun Qabsoo Uumataa Oromoo tokkummaan gaggeessuf
muurtee keessan isaa dhumaa
barbana. . Ama yerro waan hunda ifaa ta’ee Gartuun Habasha qofaati
bayee kana dhabbileen
Oromoo hundi waliin deemuu qophidha jeena amana. Kun ammoo akka
kanan dura Arara adeemsisuun yerro baleesuu utuu hin tanee Haala
ifaa ta’ee bayee kana irrati hundaa’uun Kayyoo ummani Oromoo iiti
wareegama ture waliin qabnuu sun qoofa bu’uureefanee waliin deemuu
ni dandeenya. Yerro Murassa kessati Konferense Waloo waliin gegesuun
akka Milkoofnuuf qoophiif debbi keessan egana.
Hayyoota Oromoo hundaaf:
Dhaamasaa fi Eergaa
Kana oli qoophessuf Konferense Biyya hundaati fi Konferese waloo
qoophessuf ga’een Hayoota Oromoo murteesadha, Jarsooliin Oromoo,
Hawwassi Oromoo fi lamiin Oromoo hundi tarsimoo adda kana irrati
qooda fudhachuu qabu. Biyoota hunda kana keessati Konferenesi
ji’oota dhufaan kana keessa gegesun Gara Konferense waloo bakka
bu’oota kana qoophitti deemuuf Hayoonni Oromoo, Jarsoolin Oromoo,
Hawwasii hundi hirman goochuu qabu, Prof. Mohamad Hasan, Prof.
Makuria Bulcha, Prof. Asefa Jalata Prof. Bicaaqaa , Dr. Zelalem
Banti, Dr. Addisu fi Beektoon Oromoo Hafaan kan birroo kkf
Qindesitoota saganta kan akka nu ta’aan ilee
kabajan gaafeerra.ana.
Injjifannoo Uumata
Oromoof!!!!
Gummi Paarlamaa
Oromoo
Belgium/Antwerpen
Patriottenstraat 62, 2600
Tel. +32 (0) 3 218 80
43
Fax: +32 (0) 3 218 61 73
GSM +32(0) 488 47 93
60
Email: gpo.info@yahoo.com
Visit our website:
www.oromoparliamentarians.org
“Hiimaa Dhiiddeen Du’aa Hin Didduu” jiradha Oromoo
link kana dubsa hunda isaa .
Gulaalaa
Links:
-
http://www.opride.com/oromsis/news/horn-of-africa/3550-the-new-olf-program-much-ado-about-nothing
-
http://gadaa.com/oduu/8185/2011/02/27/nonviolent-struggle-ethiopian-exceptionalism-part-i/
-
http://gadaa.com/oduu/8187/2011/02/28/nonviolent-struggle-ethiopian-exceptionalism-part-ii/
-
http://www.americanchronicle.com/articles/view/171063
-
http://www.americanchronicle.com/articles/view/171325
-
http://www.americanchronicle.com/articles/view/171505
-
http://www.americanchronicle.com/articles/view/171658
-
http://www.oromoparliamentarians.org/dhimma_adda_addaa/Ibsa%20Ejjannoo%20GPO%20Qabsoo%20Bilisummaa%20Oromoo%20tokkomsuu%20ilaalchisee.htm
-
http://www.oromoparliamentarians.org/Dhaamsa_bara_haaraa/Mootummaa%20TPLF%20buqisuu%20irrati%20wal%20gala.htm
-
http://www.oromoparliamentarians.org/Dhaamsa_bara_haaraa/WFDO%20fi%20KBO%20Kayyoo%20Ganama%20Kabajuu%20qabu.htm
-
http://www.oromoparliamentarians.org/dhimma_adda_addaa/Habashan%20yoomi%20ilee%20fira%20qabsoo%20keenya%20miti..htm
-
http://www.oromoparliamentarians.org/Galmee%20Oduu/Oromo%20People%20must%20be%20fight%20for%20Oromia%20Freedom.htm
-
http://www.oromoparliamentarians.org/Dhaamsa_bara_haaraa/Waamiichaa%20Qabsoo.htm
-
http://www.oromoparliamentarians.org/dhimma_adda_addaa/Oromoo%20irrati%20yaakaa%20dalagama%20jiru%20fatima%20Norway.htm
-
http://www.oromoparliamentarians.org/dhimma_adda_addaa/Jijirami%20yaakaa%20Oromoo%20irrati%20dalaga%20jiru.htm
-
http://www.oromoparliamentarians.org/Dhaamsa_bara_haaraa/Dhaamsaa%20Jimma%20University%20irraa.htm
-
http://www.oromoparliamentarians.org/dhimma_adda_addaa/Itoophiyaan%20Haadha%20hunda%20Miti.htm
-
http://www.oromoparliamentarians.org/dhimma_adda_addaa/OPDO%202faaf%20diina%20%20jala%20deemanf.htm
|