|
Wallaloo
Waadoo E. MP Finfinne
dha nu erge 23/04/2009
Dhabuu hin qaabnuu
mirgaa keenyaa
Dhaabuu hin qabnuu
keennaa waaqaa
Oromiyaa keenya kan
ganaamaa
Mirgii keenyaa maaf
sarbaamaa
Oromoon
martiinuu qoraadhuu
dangaakee
Walaaltuu
gafaadhuu manguddoo
qoraadhuu
Sirriitii
hubaadhuu
Dameen sabaa keetii
Hundee dhigaa keetii
Hortee kushiitiitii
Beekuu qabdaa atii
Hiidii
oromoo lamaa
Boraana fi
barreentuummaa
Hubaadhuu
yaa jamaa
Ummaan oromoo waaqqayoon
kadhaataa
Sirnaa bulchinsaasa
addunyaatuu faarfaataa
Sirnaa gaadaa jedhaamaa
Xuree dimokiraasii
ganamaa
Sabchii bal aan suun
kaanumatii amaana
Atii
dagaachuu hin qabduu
Aadaa
keeqoraadhuu
Adeemsaa
kee hubaadhuu
Diinaa
taata yoo ta ee
Ciraachaa
alaanfaadhuu
Biyyaakoo oromiiyaa
hundaatuiu itti marataa
Ottumaa hin hojaatnii
Irraa ta ee nyaataa
Albuudaa
dachee keenyaa
Alagaatuu
nyaataa jiraa
Akkaaqufee gabaateen
Itti wal
waamaa jiraa
Akkamitiin ol kaanee
Nu afuuraa bafaanaa
Kan barii nutii tae e
Guyyaa tokko gafaanaa
Alagaa gara dhaaga
Nurraa tuleekaa maqaa
Oromoon
oromoo hin tannee
Afaanin kan
fakkaatee
Kaan
gabruumaa hin salfaanee
Isaatu
ciiree nunyaatee
Baraataan Ormoo
Rasaasaan kan dhuumaan
Nuf adaarbuu jeennee
Gadii jedhee qixaa
tolchee
Olii jedhee himimaan
cobsee
Gaffii
mirgaa gafaannetii
Kaan nuf
deebiisuu dhabitii
Uleedhaanis reebamnneeti
Akkaa
ijolee abbaa hin
qabinneeti
Baay een
keenyaa ajeefaminneeti
Kaan iddoo
busaan dhaabneetii
Yaadadhuu yaa oromoo
Dhigin ijolee keenyaa
Bishaan dhaagarraa tae e
Dirreerraa gadii lolaa
ee
Ittitee tirruu taa ee
Deebiin gaaffii keenyaa
Maalif rasaasa tae e
Deebiin baratootaa
Oromoo
Maalif manaa hidhaa ta
ee
Eesaan
nurraa gala a
Gabiroofataan alagaa
Guyyaan
tokko nidhufaa
Addii
Bilissuummaa Oromoo
Haree
bowwaatii isaan naaqa
|