Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

                                       

Murtii Yakkaa Oromo irratti raawwate

Lubu Kenya wareguun Egere Oromia fi Oromoo Ha'eegnuu

Lammi Oromo Ajeesun, waan barbadanin yaakun murti du'aa fi ummuri gutuu ykn hidha wagga dheera irrati murteesun salpha fi waan baratamee ta'ee jira. Namoota sochi isaan jiban ammo sosodachisun biyya ari'uun, haaluma kanan nammota Oromoof falmatan biyya ari'atan fixaa jiru. Mormitotta filaanoof nu mo'aatu kan jeedhani yaadan akka hin fillaannof galmoofnee ykn sosodachisun dorgomine keessa akka ba'aan goochuun biyya ari'aa jiru.

Gummin Paarlaamaa Oromoo Rakko wal fakkatanin Fillaanno bara 2005 namoota biyya baqatan ilaalichisee , Rakko baqatoota Oromo Kenya irra ga'aa jiru caqasudhan mootumman Ethiopia humnan qabee biyyati deebisee ajeesu fi rakko adda adda irran ga'uu waan danda'uuf Mootuummoota Gamtomanti iyanee dhimma baqatoota UNHCR rakko baqaoota Oromo Kenya jiran kanaaf xiyeefannno akka latuuf Kenya keessa gara biyya 3faati akka erguu bara 2006 kanee hanga harati iyyata ture, garuu iyyyan keenya utuu deebi tokko hin argatiin Masfiin Ababa fi Tasfahun Camada humnan Kenyati qabaman biyyati geefamuun murtii du'aa fi ummuri gutuu itti kenyame jira. Kun Soda qabnu UNHCR , UN, EU, USA Aminsti international fi HRW rakko himacha tureeef ragga gudda ta'aa. Oromoota 40,000 Ethiopia keessa jira murtii walfakkatan hidhaman fi murti malee wagoota 18 hidha jiran. Filaannoo 2010 amuma kasse lammi Oromo irrati ummata abdi kutachisuf jeecha dursan murti hama  Ebla 1, 2010 murte seeran ala mutessan jiru:

1.      Masfiin Abbabaa Abdiisaa, Death Sentence

2.      Tasfaahuun Camadaa Gurmeessaa, Life Sentence,

3.      Baqqalaa Nagarii, 12 years without parole,

4.      Isheetuu Kitil, 12 years without parole,

5.      Kabbadaa Booranaa, 12 years without parole,

6.      Waabee Hajii, 12 years without parole,

7.      Baqqalaa Jiraataa, 12 years without parole (in Absentia),

8.      Dajanee Dhaabaa, 12 years without parole,

9.      Dajanee Booranaa, 12 years without parole (in Absentia)

10.  Abarraash Yaadataa, 12 years without parole,

11.  Roobaa Gaddafaa, 10 years without parole,

12.  Baayisaa Huseen, 10 years without parole,

13.  Lalisee Wadaajoo, 10 years without parole,

14.  Olaanii Jabeesaa, 10 years without parole,

15.  Haayiluu Dalasaa, 10 years without parole, Iti murteese jira.

Murtee kun murtee siyyasa waan ta'eef mootumman adunya dhibbaa mootuumma kana irrati goochun murti kana akka jijirsisu lammin Oromo biyya hunda jiran fi dhabbilee Miti_Mootuumma heedun gaafacha jiru. Kun waan degeramuuf waan jajabeefamuu waan ta'eef dhaabbilee hundi kara kana hidhamtoota kana akka ba'aan yaali jaajaba goocha jiraf galatata qabu jeena.

Dhaabilee adunya ilee rakko Oromoo kana xiyeefanno iti keenyudha, namoon murtiin seeran ala kanan hidhaman akka hikaman fi baqatoon Oromoo Ganfa Afrika kana keessa Amasi Mootumman TPLF adamsamane qabun biyyati deebisuuf humna adda Kenyati boobasee waan jiruf akka murtee akksii irran hin geenyef, baqatooni Oromo Kenya keessa akka isaan biyya 3faati deeman goochuun ykn akka isaa humna Ethiopian hin qabamne goochun rakko hamataa kanaaf furmata atatama akka latanfi ni gooafana;

Gummi Paarlamaa Oromoo garu yaada mata isaaf murti mataa isaaf qabuu lammi Oromoof dabarsu barbada. Kunsi baroota 19 darban keessa mootuumman TPLF waan barbadee ummataa keenya irrati rawwacha jira. Dhaabbilee Oromoo fi Hawwassi Oromoo ammo rakko kanaaf iyyachuu irra darban furmata birra barbaduu yaalii hin goone. Mootuumman seera qabeessa ofiin jeedhu yamuu seeran ala shamaran Oromoo irrati waan barbadu hojeetuu, Lammi Oromoo isaa hin gamachifnee yerro barbadeeti yamuu fudhe ajeesu, namaa barbadee waan barbadeen yaakee yamuu murti du'aa fi hidha wagga dheeran adabuu, yammu lammin Oromoo dubarti da'iima dhigga batuu biyya ar'aatu, sa'aa barbadeeti Oromo lafa isaa irra yamuu buqisu, dhaabbilee Oromoo fi ummataa Oromoo isaa hin deegere socho'uu dhorkee yamuu iti roorisu caalsun lafa irrati qoofa utu hin tanee mana waqayooti ilee akka nama gaafachisu iti amana.

1.      Rakko kanaaf yaadi furmata jiru mirga jiranya dhalootan qabachuu qabnu waara nu irra moolqan of irra dhorkuuf HALOO ba'uun murtee atatamati. Lammi Oromo Ajeefame, Hidhamee, biyya ari'ame, reebeme fi samamee haaloon ba'uu qabu; Miseensoota TPLF fi degertoota isaa lubuu dhabamsisun haaloo ba'uun dirqama Oromoo hundati.

2.      Qabeenyan TPLF goosa hunda fi qabeenya degertoota isaa bakka hunda jiru abdan akka gubatan goochuun dirqama tokko tokko Oromoti;

3.      Maqa investmentiin lafa qoona bulaa fudhamee qoonna dhunfaaf kan keenamee hundi meesha isaaf hoomisha homiishamuu dabalatee hundi atataman akka barbada'uu goochuun biyya of irra garbonfata haara ariuun waqa birrati bakka gudda nama keena.

4.      Homisha TPLF fi degertoota isaa homishamuu ykn gurguramuu hunda lammin Oromoo irra bituu lagachuun haloo akka ba'uu dirqama Oromumma ta'uu isaa dabarsiina.

Murti kana irran kan nu ga'ee akka miseensoota paarlamaa fi bakka bu'aa ummata guuda kana tanee utuu jiru, himna dhaabinsaa keenya ilaalan deebi qubisaa nu deebsuu diduu isaan irra iyuu afaan basan humna ta'aa koota jeedhamuun keenya goorsa siir ta'uu isaa arginee jira. Garuu tarkaénfu fudhatamuu keessati Oromoo diina kooti jeene kan ragga bua'uuf feenu keessa TPLF fi degertooni isaan fi biyyoota maqa investmentiin biyya keenya dhufan lafa qootee bula keenya saman irrati murtee wali fakkatu akka adabamuun akka qaban iti amanee jira. Kara nagga adeemun keenya sodatuu fi walaltu of irrati hin amanee waan nu fakkeese lubu of keenya waregun diina ofi irra baleesu wamicha isaa dhumma Oromoof goona. Bilisumma kanan akka hin arganee hundi Oromoo beekatee of wareegidoota bilisumma bakka hundati wal leenjisudhan gara qabsooti akka nu hirirsitan labsii keenya isaa dhumma isiin dabarsiina.

Of waregne Oromia fi Oromoo salphina bafna !!!

Bilisummaa Ummataa Oromootiif !!!

 

 

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved