|
Home
|
|
To The
International Community
Human right
organizations
All Concerned bodies
It is the high time for all
the concerned body to
interfere in the gross human
right violation of Oromo
from all walks of life and
secure their constitutional
freedom. As of
30/10/2008
the TPLF led
Ethiopian government has
put under unlawful detention
more than
100 Oromo’s of different
background in different
cities of Oromiya including
in the capital city under
the notorious pretext of
supporting the
Oromo Liberation Front
(OLF). The list we have yet
received includes
-
Mr. Baqale Jirata,
General Secretary of (OFDM)
Oromo Federalist
Democratic
Movement,
Registered legal
political Organization.
-
Mr. Ishetu Kitili ,Owner
of Hawwii Hotel
-
Mr. Asafa Dibaba
,Lecturer of Afan Oromo
at
Addis Ababa University
-
Mrs. Lelise Wodajo ,
Wife of journalist
Dhabessa Waqjira
-
Mr. Kebede Borena
,Manager of
Hilton Hotel ,
Addis Ababa
-
Mr. Dasta Kitili
,Brother of Mr.Ishetu
Kitili
-
Mr. Warqina Dinsaa a
teacher
-
Mr. Namoomsaa Warqee, a
teacher
-
Mr. Fiqaaduu Nagarii, a
teacher
-
Mr. Balaayi Kormee
-
Mr. Taayyee Ittaanaa
-
Mr. Shiferraa Nageessoo
-
Mr. Geetahuun Dhugumaa
Wollega University
-
Mr. Obsaa Wakkee
-
Bizunash Qanaatee a
student (F)
-
Mr. Nagaraa Fayyisaa
-
Mahaammad Tamaam Student
-
Takkee Gammachuu,
student
-
Mr.
Kabade Bulti ,Trader
-
Mr.
Niguse Dhaba
-
Mr.
Fiqadu Jalqaba ,
College student
-
Mr. Baqale Negeri
-
Mr.
Dejene Dhaba , Trader
-
Mr. Qajela Abdata from
Mandi town ,member of
OFDM imprisoned from
1997- 2003 and in 2005
and now for the third
term.
-
Mr. Tokkon Mardasaa,
Member of OFDM and
imprisoned in 2005 ,
tortured to the level of
disability and
confiscated his property
-
Mr. Bulti Jalata, OFDM
member imprisoned in
2005,tortured to the
level of disability and
confiscated his
property. Kilitu Karaa
-
Mr. Jaafarii Gooroo
Guutuu District,
Baroodaa town Hararge
-
Mr. Abdusalaam Deriver
Hararge
-
Mr. Mohammad Amamma
Chinakseen district
Hararge
-
Mr. Joohar Babile
district Harage
-
Mr. Abdul Aziiz Babile
district Harage
-
Mr. Haarun Kabir
Diredawa town Laga Haree
area Property
confiscated
-
Mrs. Fatiya Ahimed Wife
of Mr. Harun Kadir No 24
-
Mr.
Abdii Amadee in Saphia
prison
-
Mr.
Toofiq
in Saphia Prison
-
Ms. Chalatu
-
Mr.
Mohammad Sheekaa
-
Mr. Abdii Muummadee
-
Mr.
Mohammad Alii
-
Mr. Mohammad Abdallaa
Ahmad
-
Mr. Mohammad Haajii,
-
Mr. Geetaachoow,
-
Mr. Abdii Walloo,
-
Mr. Birraatuu Kabbadaa,
-
Mr. Mohammad Hawaash,
-
Mr. Aliyyii Faxiiraa,
-
Mr. Najjaash Awwadaay,
-
Mr. Abdurahamaan
Mohammad
-
Mr. Saabit Abdurahmaa
Aammee
Wallo
Oromia Zon Sanbate
district 13 peoples are
killed by TPLF security
forces.
-
Mr. Aadama Umer Kubi
-
Mr. Usee Ammadaa Usee
-
Mr. Rahammad Abdullaa
-
Mr. Saalih Buubaa
-
Mr. Umaruu Ahmed Ali
-
Mr. Mohammad Diinaa
-
Mr. Aliyi Muhe
-
Mr. Mussa Mohammad
-
Mr. Jaaraa Ammadee
-
Mr. Abba Aadam
-
Mr. Umer Buubaa Umaruu
-
Mr. Mohammad Usee Ali
-
Mr. Husuu Aliyi
This is only part of the
list and the imprisonment is
still going on in all Oromia
Zones especially in Finfinne
( Addis Ababa ), Baddannoo,
Burqaa, Kurfaa, Calle,
Gurawwaan, Mettaa (Haragre),
Geedoo, Manasibu, Neqemte,
Finca’a. (Walega)
Accordingly we call up on
International Community,
European Parliament,
European Commission, USA,
AU, UK and the human right
groups
Amnesty International,
Human Right Watch,
International Red Cross,
UNPO, UNHCR and all the
concerned body to speak up
on the injustice carried
against the Oromo people for
being Oromo alone by the
Meles Zenawi
government
Oromo Parliamentarians
Council
Nov 16. / 2008
Oromo Parliamentarians
Council |
|
|
Hidhamtoota Oromo
Itiyoophiya keessati Oromoon hidha
keessa jiran 35,000-40,000 akka ta’aan midiyaa adda
addan ibsa ba’uu irraa akasumasi namooti mana hidhati
ba’aan ragga isaan gazeexeestootaf keenan irraa hubachun
ni dandama. Hidhamu isaan qoofa utuu hin ta'iin haalaa
isaan fi maatiin isaani keessa jiran immoo caalaa nama
yaadesa.
Uni miseensi Gumiin Parlamaa Oromoo
rakko qabsa’oota Oromoo quunamuu uni biyya keessati
argnee keessa:-
-
Tokko Oromoof qabsa’uudha jedhe hidhamee gargrsa
dhabu;
-
Kan matii isaa facasee diree qabsoo adeeme
degersa dhabu;
-
Kan qabsoo ummata jedhe jiru fi jireenya isaa
dhisee biyya baqatee of isaatis matiin isaas degersa
dhabun isaan;
-
Maqa qabsoo Oromootiin namoota hoji irra
ari’aman fi baratoota barumsa irraa ari’amanf ilee akka
isaan hin beeloofne gochu dhabu;
-
Ykn akka isaan hoji argatan tumsa gochun hin jiru;
jechun ni dandama kana yamu jenu immo namoon murasi kana
gocha jiran jiru garu namootuma murasa kana irrati ilalu
dhifnee Oromoo hundi yoo wal dirmanee horm ilee nu
sodata.
Hunda caalaa immo namoon qabsoo
Oromoof yamu hidhaman akka waan dhimma mata isaanf
hidhamanti matii isaan irrati rakko gatani dhisun nami
birra isaa ilalee akka qabsoo sodatu godha, utuu nami
yamu hidhamu isaa mana hidhati gafanee, degree matii
isaa immoo manti degree, gaafanee ijooleen isaa akka
agabu hin bulee gonee nami waan hundan qabsoof of
waragee soda fi calisu malee qabsa’uu ni dandaa;
Kun ta’uu bate yamuu ani nagga si
wajjin sirbee gaafa ani rakko si quunamu matii isa harka
qabee dubsu kan sodatu utuu hin du’iin ijan argine jira,
garu lammi Oromoo rakkacha jiru hundu matii keenya waan
ta’eef mana keenya keessa matii jiru qoofaf yaane qabsoo
dhisuu waan hin fakkaneef lubuu of irra kafnee matii
keenyas waregama bafnee qabsoo filachun murteesadha.
Garu akkuma qabeenya, beekumsa fi muxannnon wal caaluun
immo gorsa fi degersa wal gochun qabsoo keenya kana fula
durati tarkanfachisa,
Kanaafu maqan fula kana ykn diree
kana hidhamtoota Oromoo hajedhu malee namoota qabsoof
mana ba’aan hunda ni ilala, Jeneraloon, Koloneloon fi
Waraan Oromoo hundi matii isaan dhisan qabsoof boosoon
adeeman matiin isaan tifamu fi degeramu qabu, qabsa’oon
waggota 30 ol dirree qabsoo irra jiran hundi galata
gudda fi degersa gudda qabachu maluu, maqan isaan kabaja
waliin waamanu qaba, bakka fakkenya gariti malee bakka
hin taneeti maqan isaan xuqamun hamilee nama har’a
qabsooti galu lamsheessa nami samu qabu hundi utuu hin
dubatii dura kana yaadu qaba,
Kanaafu namoota hidhamanf, namoota
boosoona qabsoo irraa jiranf, namoota qabsoof biyya
ba’aanf, matii namoota hidhaman, biyya ba’aan, matii
namoota qabsoo irra waregaman degersi wal irraa hin
cinee keenamu qaba,
-
Qabsaoon Oromoo lubuu isaan
waregamtee hundi galaman teessoon matii isaan
beekatee seena qoofaf utuu hin tane degersa
barbachisu hunda guyya aduni bate akka agatanf
har’uma galmeesu fi midiyaa adda addatiin akka
yaadatamn gochu qabna;
-
Namooti hidhaman essati akka
hidhaman, matiin isaan essa akka jiru, rakko adda
ykn degersi adda isaan keenamu malu mal akka ta’ee
galmayee, namoota degersa akkasi fi degersa malaqa
gochu dandaanti fi kara midiyaa adda adda labsamuf
qaba;
-
Namoota waraana mootumma keessa,
hoji mootumma irraa kkf dhisan gara qabsoo hidhanoo
fi qabsoo adda addaa irrat boba’aani hunda galmeesu
wari biyyati hafee mati isaan kununsu wari biyya ala
imoo namicha degeru fi matii isaan yoo dandamee akka
isaan diina jala alati ba’aan gargaru;
-
Namoota rakko qabsoo wal qabateen
biyya baqatan matii isaan akka hirakanee degeru,
nami rakko ummata isaaf jedhe jireenya fi matii isaa
facasee deeme kunsi dafee akka bakka barbadu ga’ee
utuu abdi hin kutatiin akka qabsoo isaa itii fufu
gochu barbachisadha, namoon bayee lammi isaan waan
falmataanf yamu diini rakkiftee biyya aritu biyya
Kenya, Jibuti, Somalee fi Sudan faa keessati rakko
gudda keessati kufan abdi kutachudhan qabsoo irraa
baqatu kana malee hiriyoon fi degertoon isaan ilee
nama kana ilalan qabsoo irraa baqatu kanaaf akk kun
siireefamu kan barbanuf;
-
Baratoota baratan akka hoji hin
arganee godhaman akka baratoota Maqalee sana akka
hamleen isaan hin laafneti waan hundan degeru, akka
hoji argatan, akka biyya ala deeman akka bakka
jireenya hin dhabnee gochu;
-
Waan hanga mati tajaba jiru nami
dhunfa, Waraan, MP, Gazexessoon, Macaa fi Tulami
walumagalati lammi Oromoo diina diidee fi irrati
fincilee biyya ba’uu hundi deeme dhaaba ABO qoofa
irrati ba’aa taa’a dhimma akkasi kana immoo kan
hojechu qabu dhaaba qabsoo irra jiru utuu hin tanee
kommuntiitu biyya hundati wal gurmeese rakko akkasi
kana furmata keenu qaba ture. Ama garu hundi kun
dhimma dhaaba tokko qoofa ta’eetu yamu dhaabichi
hunda keesumeesu waliin ga’uu dhadhabu kan waa hin
hojeene immo duba ta’ee hami egala kana hunda
arginee jira. Kanaafu ABO deegersa lammi Oromoo
hundaf gocha jiru kanaaaf galat isaa bilisuma
haata’uu jecha hundu qabataman akka wali dirmatan
gaafana;
-
Waan ummati keenya dhamatu keessa
tokko yerro wayyaanen nu reebdu nu hituu fi nu
ajeeftu gocha isheen nu gooteef maqa keenya waliin
redio ABOti nu dabarsun ilee hamilee keenya jabeesa
jecha jiru, kun kan ibsu nami keenya nama oganuu
barbada malee qabsoof qoopha ta’uun isaa ibsa.
-
Ogantoon siyyasaa qabsoo irra
jiran ilee akka ogantoon dhabbile horma degersa,
tumsaa fi jajabini godhamuf bayee xiqadha kan horma
yoo ilalee wagga tokko nami hidhamee akka waqayoo
itti sagaduf, ababoo qopheesa jedhan jia dura himu,
kan keenya namoota wagga afurtama qabsa’aa jiraf
kabajan ilee qabachu qabu, degersa ilee argachuu
qabu;
Qabsa’oota tumsu fi degerun hamilee
qabsa’oota fi hamlee nama qabsooti dhufufi deemu hunda
jabeesa kun immo hamilee ummata keenya hunda jabeesa.
Qabsoon kun kan nama dhunfa tokko mitii ykn nami qabsaa
jiru kun dirqama adda qabatee, uni immoo teenye hamachuf
mirga hin qabnu.
Hanga amati hidhamitoota Oromoo du’ii
itti murta'ee kasee hang namoota himata tokko malee
adradhan mana hidha jiran dabalatee kan maqa isaan of
haraka qabnu yoo ta’ee ilee kan mana hidha hunda argachu
waan feenuf seenfsi galama’uu waan qabuuf waara waggota
bayee hidhamani ba’aan dabalatee maqa hunda kara teesso
keenyan akka nu ergtan kabajan isiin gaafana, kun immo
isiinfs dirqama lamuma ta’uu yadachisu feena. |
|
|