Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

                                       

Aangoon kun kan umataa Oromiyyaf ittiin hojeetan moo kan Garaa oftiif jeecha diinaaf guuguufaan?  06/10/2010 xinixaala isaa torbee dhiyeesina.

Yaa’iin idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 4ffaa Pirezedaantii Oromiyya obboo Alamaayyoo Atoomsaa fi Ittigafatamtoota Biirroolee Muudee jira. Fulbaana 22, 2003

  1. Abdulaziiz Muhaammad itti aanaa prezidaantii B.M.N.O tiifii misooma magaala Oromiyaa.
  2.  Umar Hasan sadarkaa prezidaantii itti aanaatti hogganaa biiroo qonnaa fi misooma baadiyyaa
  3. Dhaabaa Dabalee sadarkaa prezidaantii itti aanaatti hogganaa biiroo SS fii bulchiinsa gaarii.
  4. Lammaa Magarsaa H/B/Bulchiinsaafii nageenyaa
  5. Tolosaa Gaddafaa H/B/M/M
  6. Shaalloo Dhaabaa H/B/E/F/O.
  7. Ishetuu Dassee H/B/B/O
  8. Wandimmuu Birraatuu H/B galiiwwanii
  9. Dirribuu Jamaal H/B bulchiinsaafii eegumsa lafaa,
  10. Fiqaaduu Tasammaa hogganaa Biiroo Dhimma Daragaggootaafii Ispoortii,
  11. Jamaal Abbaasoo Hoogganaa Biiroo Bishaanii, Albudaafii Inarjii.
  12.  Aaddee Xoyyibaa Hassan hooggantuu biiroo Dhimma dubartootaafii daa’immanii
  13. Aliyyii Umar hoogganaa Biiroo Aadaafii Tuuriizimii,
  14.  Hayluu Ifaa Hoogganaa Waajjira Pirezedaantii Bulchiinsa M.N.O
  15. Tashooma Lammaa hoogganaa Koomishiinii Barnoota Leenjii Teeknikaafii Ogummaa
  16.  Husseen Galgaloo Hoogganaa Biiroo Abbaaa taayitaa daandiiwwaniifii geejjibaa Oromiyaa.
  17. Mitikkuu hoogganaa biiroo haqaa
  18. Abarahaam Nugusee ammo hogganaa biiroo dhimmoota Komunikeeshinii Oromiyaa.
  19. Damoozee Maammee koomishinara koomishiinii naamusaafii farra malaammaltummaa Oromiyaa,
  20.  Zeeynuu Mohaammad itti gaafatamaa waajjira Afa-Yaa’ii fii Caaffee Oromiyaa.

Koreeleen dhaabbii Caffee 8 miseensoota 5 haga 7 qaban yoo ta’u miseensoonni caffee 25 mana mare federeshiniiirratti hirmaatan wal mudani jiru.

Miseensoota koree Gidugalessa OPDO bara 2010 amo TPLF akkasiti ramadee jirti.

  1. Kumaa Dammaqsaa
  2. Girmaa Birruu
  3. Abbaa Duulaa Gammadaa
  4. Sufiyaan Ahmad
  5. Dirribaa Kumaa
  6. Abdullaaziiz Mahaama
  7. Alamaayyoo Taganuu
  8. Alamaayyoo Ijjigu
  9. Alamaayyoo Atomsaa
  10. Dammituu Hambiisaa
  11. prof. Fiqaaduu Bayyanaa
  12. Dr. Kaabaa Urgeesaa
  13. Dagifee Bulaa
  14. Warqinaa Gabayyoo
  15. Zalaalam Jamaanah
  16. Asteer Maammoo
  17. Muktaar Kadir
  18. Yohaanis Mitikkuu
  19. Dr. Mahaamad Haasan
  20. Lammaa Magarsaa
  21. Shifarraa Jaarsoo
  22. Abrahaam Aduulaa
  23. Sa'aadaa Kadir
  24. Fooziyaa Amiin
  25. Aliyyii Kaliifaa
  26. Shaalloo Dhaabaa
  27. Abarraa Haayiluu
  28. Bakar Shaalee
  29. Umar Huseen
  30. Booruu Godaanaa
  31. Qana'aa Yaadataa
  32. Musxafaa Kadir
  33. Daanyaachoo Shifarraa
  34. Tolasaa Gaddafaa
  35. Nuuree Qamar
  36. Fiqaaduu Tasamaa
  37. Taamiraat Xibabuu
  38. Salamoon Kuchuu
  39. Geetuu Wayyeessaa
  40. Juneeydi saaddoo
  41. Abdulqaadir Husseen
  42. Ahimad Tusaa
  43. Roozaa Umar
  44. Damisee Shitoo
  45. Bazuu Waaqbeekaa
  46. Musxafaa Abbaasimal
  47. Mahaamad Abdoosh
  48. Haabtaamuu HaayilaMika'el
  49. Gadaa Roobee
  50. Mootumaa Maqaasaa
  51. Xayibaa Mahaammad
  52. Galaanaa Nuurasaa
  53. Isheetuu Dasee
  54. Ittafaa Tolaa
  55. Raggaasaa Kaffiyaaloo
  56. Abiyyi Ahimad
  57. Shallamaa Immaanaa
  58. Raabiyaa Isaa
  59. Getaachoo badhaanee
  60. Ahimad abbaa gissaa
  61. Getaachoo Baalchaa
  62. Mulaatuu Tsiggee
  63. Dhaabaa Dabalee
  64. Dawwaanoo Kaddir
  65. Darajjee Asfawu

 

 

 

 

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved