|
Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)
|
|
|
Mafia TPLF samichi biyya kessa ishee hanqanan biya alati diaspora samuf deemu. 07/06/2011 Wayyannen wagga 20 gutuu yakka ummata keenya irrati dalaga jiruu:- · Wayyanee lammi Oromoo kumatama diiga dhangalaftee; 40,000 mana hidhatii darara jirtu, kan biyya aritee jirtuu; · Wayyanee Baaratoota Oromoo 1000 ol MAIKALAWITI darara jirtuu; · Wayyanee Barartoota Oromoo Mizan Tepi, Arbaminci, Haro-maya, Wellaga; Jimmaa fi Hawassa univesity keessati barumsa irra qabdee reebicha, hidha fi qoonqoon dorsisaa jirtuu, kun ishee hanqatee, Baratoota Oromoo 1,500 Univesity Adamaa fi Baratota Arbaminci 500 summi nyachiftee; · Wayyanee Qotatee bula Oromoo lafa isaa irra buqiftee lafa Oromoo biyoota Chaina, India, biyoota araba, Djibuti, Negeria kkf gurguratee; · Wayyanee Lafa Oromoo Homisha Xafiin Beekame Finfinnee Marsee jiruu hunda humnan qootee bula keenya irra futee qoonnaa Ababoon lafa keenya kemikalan baleeesuu irra dabartee ijoolee durbaa hoji kana irra bobo’aan kemikala biyya adunya kana irrati dorkamee qooni abbabboo kun fayadamuun lubuu isaan fixaa jirtuu; · Wayyanee xurii warasha seeran ala bishan Oromiyati gadii naqtee Hora fi Bishan Oromiaa gutuuma xurii warshan baleessa jirtuu; · Wayyanee dhukubaa dadarba fi HIV/AIDS akka meshaa waranati fayadamtee ummataa keenya fixaa jirtuu; · Wayyanee Baqatoota keenya biyoota Kenya Yeman, Somalia, Djibuti, Sudan kessati ajeessa jirtu, kan humana qabdee biyyati geesitee ajeessa jirtuu; · Wayyanee Homisha Oromiya hunda of to’atee humnan samtee biya alatii gurgurachaa jirtuu; · Wayyanee waggota 4 kessati Dolara Billona 8,5 biyya kesssa bajeeta ummata samtee biya ala dhofatee; · Wayyanee lamii keenya dukana keessa utuu jiruu Ibsa biyyati Djibuti, Kenya, Sudan fi Egypteti gurguratuu lammii biyyati hunda kan tufatee Wayyaneen Ummata keenya irrati daba akkasii Mafia- TPLF hojeeta jiru Abay jaliseen ibsaa isiin keena yamuu jeedhuu nami amane yoo jiratee nama samuun dhukubsatuu qoofa. Ammo Dispora ala jiru Malaqa na keena; na tumsa fi na deegera jeechuun iyacha jirti, Utuu yaaka heeduu lamii keenya irrati rawwatuu fi qabnya biyya keenya samtee Bank biya ala dhofatuu TPLF tumsuu fi malaqa keenufiin lamii Of irrati du’aa murtessuu akka ta’ee hundi beekuu qaba. Kanaafu wamicha wayyanee Brusselsti wama jirtuu kana lammiin Oromoo bakka jirtan akka balalefatan isiin dhamna. . Oromiyaan ni Bilisoomtii!! Gummi Paarlamaa Oromoo , Oromo Parliamentarian Council (OPC) Patriottenstraat 62, 2600 Antwarpen , Belgium Tel. +32 (0) 3 218 80 43 Fax: +32 (0) 3 218 61 73 GSM +32(0) 488 47 93 60 Email: gpo.info@yahoo.com Website: www.oromoparliamentarians.org
|
|
| Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved |