Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

                                       

Meles Zenawi Diktateruma isaa Siirti adunya fi Ummata biyyatif Mirkaneese jira.

Onkololessa 5, 2010

Ergamtoon TPLF 21 kun hund namoota waan Meles dubatee irra deebiyani dubatan malee wara waa yaadani hojeechuu fi biyya jijiru danda’aan miti. Minsteroon jeedhaman kun ulagadhuma kamini iyuu wara biyya gegesuu danda’an miti. Sababi isaa nami 21 kun namoota Melesn fulimuun haafee ol jeedhan ijaa isaa keessa ilaaluuf wara Onne hin qabne. Biyyatii guddisuuf karoora  qoopheesani, hoji gegesuu danda'uun haafee wara bajeeta mana isaan ilee iti yaadan karoorsu, gurmeesuu fi gegesuu wara hin dandeenye dha.

Biyya Paarlamaan biyyati nama tokkon gegefamu, Minsteroon hamilee fi dandeeti hin qabnee itii dabalamee, biyyii kun akka biyyati gaafi ummaatichaaf deebi tokko ilee kan hin deebfnee yamuu ta’uu. Namicha Abba hiiree Meles Zenawif garuu ergamtoota ergaman hin quufnee, hojiin biyyatii garuu akka maratuu saawaa boobaftee ykn ykn akka tikkee saawaa tikkisuu hin beeknee saawaa marachaa oltuu waliin tokko ta'aa.

Meles Zenawi Prime Minster  ta’uu isaa Paarlaamaa Soba isaatin Mirkaneefatee jira.

1.      Hailemariam Desalegn, Deputy Prime Minister and Minister of Foreign AffairsAbdulfeta

2.       Abdoulahi Hassen, Minister for Labor and Social Affairs

3.      Abdurahman Sheik Ahmed, SPDP, Ministry of Trade

4.      Alemayehu Tegenu, Ministry of Water and Energy

5.      Amin Abdulkadir, Minister of Culture and Tourism

6.      Bereket Simon, ANDM, Minister of Communications Affairs

7.      DebreTsion GebreMariam, TPLF, Minister of Communications and Information Technology

8.      Demeke Mekonen, ANDM, Minister of Education

9.      Desse Dalke, Minister of Science and Technology

10.  Diriba Kuma, Minister of Transport

11.  Haile-Birhan, ANDM, Minister of Justice

12.  Junedin Sado, OPDO, Minister of Civil Service

13.  Melaku Fenta, Director of Revenue and Customs Authority

14.  Mekuria Haile, Minister of Urban Development and Construction

15.  Manyazewal Mekonnen, Minister of Industry

16.   Shiferaw TekleMariam, Minister of Federal Affairs

17.  Sinknesh Ejigu, Minister of Mines

18.  Siraj Fegeta, Minister of Defense

19.  Suffian Ahmed, OPDO, Minister of Finance

20.  Tewodros Adhanom, TPLF, Minister of Health

21.  Zenebu Tadesse, Minister of Women, Youth and Children’s Affairs.

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved