|
Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)
|
|
|
Baqatoon Oromoo Yementi dararama jiran Ummani Oromoo, dhabbelee fi disporan biyya ala akka isaan gargaruu gaafacha jiru. Baqatoota Oromoo Yeman keessa jiran rakko baqatoota biyya hundumaa caalaa gadisisadha. Yemen Yerro nageenya qabduu iyuu baqatoota Oromoo irrran rakko gudda ga’aa turtee. Ama yerro wal lola jiran amoo baqatoon Oromoo ijoolee ; dubartoota fi mangudoota dabalatee bake keessa rassassa jala jiru. Eda galgala halkan gutuu bilbilan dhukassa Yeman keessa jira nu dhageesisaa turan. Loli ama Yemen keessa jiruu heeduu hama sana keessa dhukssa jala bakkee keessa cisaa jiru, Rakko isaan rakko Libya, Tunsa; Egypte fi Kenya jiru hunda irra hamadha rakko isaan kan hameesee hin guddan wajjirii UNHCR Yeman Baqatoota Oromoo gargaruu dhisee rakko itii huma jirachuu isaati. Rakko kana wajjjira UNHCR Geneva jiruti yerro heeduu iyachaa ture, HRW ilee iyanee deeman ilalan tura. Kanaafu rakko guddatuu jiru kana Wajjroota dhimmisaa ialatuu hundati iyachuu, akkasumasi Of ofiin irrati hirmachuun waan dandeenyn goochuun namoon kun lubuun isaan bararuu akkasumasi UNHCR baqatoota kana akka biyya biraati atataman goodansisiuf iyachuuf. Contact: Mr. Kemer Isaa Tel. 0096773631197 fi Mr. A qaadir lakk bil 00967-700-381895
From: kemer Issa kemerissa@yahoo.com Nami 500 hirira banee lamii Kenya biya ala jiruti iyyata jira Iyata keenyaf bilbilaaf imailiidhaan ammaa nuqunnama jechuudhaan qaamaaf qalbiidhaan sicaqasaa jiru kanaaf maaloo hatantamatti yoodandeesse yaadaan gorsaan qeeqaan hamileedhaan nuqunnami guyyaa kaleessaa irraa kaasee lolli sana,aa keessatti kara mootummaa yamanii fi gosaatiin gaggeeffamu xaayiraa elikoptara fi miig taankii madaafa meeshaa waraanaa gurguddaa fi ciciqqaan onnee muummittii magaalaa yaman keessatti gaggeeffamuhanga ammaatti dabalaa dhufee bichaanii fi ifaan erga muramee guyyaa 12 gaheera amma yeroon xaliyaa tana siif barreessu sagalee madaafaa fi meeshaa gurguddaa dhagahaan jira maaloo nuuf bilbili ykn emailiin naaf barreessi galatoomi qamar issaa qal,aa
|
|
| Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved |