
Report From
Yemem by
Telefoon and
Email from
kemer Issa
kemerissa@yahoo.com
if Oromo
question
ignord by
UNHCR we
must reach
for Oromo
Nuti
Baqattoonni
Oromoo hulaa
waajjira
UNHCR
duratti
hiriira
baane gaafa
18/09/2011
irraa hamma
20/09/2011
tti mormitoo
taa fi
mootummaa
jiddutti
deemaa jiru
haalaan
rakkinna
kana hin
jenne
nurratti
gaggeeffamaa
jira.
Rasaasni
dhuka'aan
olii
gad-deemu nu
rukutaa
jira.
Namoonni
rasaasa
kanaan
rukutaman
maqaan
isaanii akka
armaan gadii
kana taha.
-
Muhammad
Husseen Umar
dhalataa
naannoo
Arsii.
-
Maryam
Kadiir
Satteessaa
dhalattuu "
" Kantahan
rasaasni
qabbanooftuun
mataa
isaanii kan
dhooftee
dha.
-
Muhammed
Abdallaa
Ahmad
dhaloonni
isaa
Harargee
kantahe isaa
karaa deemaa
jiruu
naannoo
hiriiraa
sanitti
namni lamaa
lammii
Yamanii
Motor-saykilarraa
itti
dhukaasanii
bira dabran.
Inniin
sababbii
tokkoon
maletti kan
cinachi isaa
rukutamee
dha.
Nuti Baqattoonni
Oromoo Yaman
magaalaa Sana'a
keessa daandii
konkolaatarra
ciisaa jirru kun
tokko tokkoo
keenyaan akka
raasaasni kun nu
fixuu fi haala
biyyattiin
jeequmsaa guddaa
keessa seente
kanarraan kan
ka'e eeggumsa
tokkollee waan
hin qabneef
Mootummaan
Itiyoophiyaa
Safaaraan
(Inbaasiin)
biyya tana
keessa jirtu
nama nutti
bituudhaan bakka
jirru kanatti nu
fixxu nu
sodaachisaa
jiraa dha.
Akkuma beekkamu
UNHCR fi ICRC
nis wanni isaan
nuuf godhaa
jiran tokkollee
hin jiru.
Keessaafuu ICRCn
akka waan
tokkollee nuuf
gargaarsa akka
hin goone nuuf
ibsee jira.
Namni maqaan
isaa Maykil
jedhamu.
Dhaamsa:- Osoo
balaan sodaachaa
jirru kun nu hin
dhaqabin akka
qaama dhimmi
ilaalchisutti
nuuf iyyattan
dhaamsa
Oromummaa fi
Lammummaa isin
bira kaawwanna!