|
Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)
|
|
|
Garbumaan Oromoo wagga 25 TPLF jaalati mirkana ta'ee jira. 17/09/2010
Habashan Hundi kayyoon isaan garboonfachuu dha. Garboonfata Irra bilisummaa egachuun salphina, jarii kun tokko ergamtun ergmtudha. Males Zenawi Namoota waggota 10 dhufaniif na ajeejamu jeedhe of jaalati ramadudhan waggota 10 bituuf qopha’ee jira. Waan beekamuu qabu garu ilmaan Habasha enyuus ta’ee enyuu yoo wal jijiran rakko gaafi ummataa keenya tokko ilee kan hin deebifne ta’uu beekamu qaba. Miseensoon OPDOs tanan abban feedhee yoo wal jijijre waan Malasan murteesee raawwachisun ala Oromoof bu’aa tokko ilee busuu akka hin dandeenye beekama dha. Yerro ama ijoolee Oromoo waari Nafxanyan moofan demokrasi feedha jeedhan website Habasha fi redio Habasha irrati iciti Oromoo gaddi basani dhaabbilee Oromoo akka Habasha jaala hiriran goorssa jiran yakka akka hojeecha jiran hubachuu qabu. Diina ykn garbonfata irra bilisummaa egachuun walaluma. OPDOn duraati maqa Esuuma ishee ABO laga jiruun TPLFn sosodachiftee kabajaa argatuu ilee hara sadarkan ishee kunnoo gadi bu’ee waggoota 20 keessati sadarka lamaf ilee dhabdee jirti. AbbaDula Gamada Itiannaa Males Zenawi ta’aa jeedheme ilee sadarka 32 ti gadi bu’ee jira. Kun ilee kan mulisi TPLF Abbadula jibe utuu hin tanee tufi ummataa Oromoof qabu argisisa. Hailemaruiam dessalegn ittiana Males kan ta’ee beekumasa fi mucannoon utuu hin tanee OPDO waan keenanif kan fudhatuu ta’uu argisisa. 1. Ato Meles Zenawi 2. Ato Abay Woldu 3. Ato Tsegaye Berhe 4. Ato Abadi Zemo 5. Ato Tewodros Hagos 6. Dr. Tewodros Adhanom 7. Ato Debretsion Gebre-Mikael 8. Ato Beyene Mikru 9. W/ro Azeb Mesfin 10. Ato Demeke Mekonnen 11. Ato Gedu Andargachew 12. Ato AddisU Legesse 13. Ato Ayalew Gobeze 14. Ato Kassa Tekle-Berhan 15. Ato Bereket Semon 16. Ato Binalf Andualem 17. Ato Berhan Hailu 18. Ato Tefera Deribew 19. Ato Hailemaruiam dessalegn 20. Ato Shiferaw Shigute 21. Ato Redwan Hussen 22. Ambassador Teshome Toga 23. Ato Alemayehu Assefa 24. Ato Mekuria Haile 25. Ato Debebe Abera 26. Dr. Shiferaw Teklemariam 27. Ato Tagesse Chafo 28. Ato Alemayohu Atomsa 29. Ato Muktar Kedir 30. Ato Kuma Demeksa 31. Ato Sofian Ahmed 32. Ato Abadula Gemeda 33. Ato Girma Biru 34. Ato Zelalem Jemaneh 35. Ato Abdulaziz Mohammed and 36. Ato Diriba Kuma
|
|
| Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved |