"Qoofa
isaa jira Diina marfamee jira, yaaki ini hojeetee lafa kana irrati
yoo jiratee Oromoo ta’uu isaati.
Alemayo Atomsa Malamaltuma keessa hin qabu, Lafa Oromiya seeran ala
gurguramuu ni morma, Ejjeenoo Dhabba isaa irra mixiqee hin beeku,
oduu hin jalatuu, duguu fi xuxuu fi nama jala shubsuu hin beekuu"
Misenssa H/R TPLF
Obbo Alemayo Atomsa Summii
Nyachifamee erga dhokfamee j’aa 3 darbee jira, Hojeetan bakka ini
jiruu hin beeku, Hiryoon isaa biyya inni jiruu hin beekan, Mana isaa
deemuun dorkadha, Bilbili isaaa kan mana fi kan harka hundi cufadha.
Alemanyoon hiriyoota isaa fakkata hunda kan dhabbe fi diina
malamaltumaa waan ta’eef xiyeefanoo kara Afuri iti goodhamee jira,
diinooleen isaa hundi ni beekamauu, akka inii du’uu ilee guyya gaafa
filatamee sana kasee marii guddatuu deema turee, Atnamtiin ajeefana
kan jeedhuu mala dhama turee akka ummaani hin beekneti, gartuu isaa
ajeesuuf deeman kun gartuu 4 waraa siyyassa TPLF oganan akka Meles
Zenawi, Abootii qabeenya Oromoiya dhunfachuu feedhan, akka Ali Alemudin,
Daldaltuu waan hundaa fi seeran ala Azeb Mesfin fi Nafxanyoota OPDO
keessa caaraa argatani lafa fi nama Oromiyya keessa jiru utuu hin
hafiin gurgurata jira wara akka Alemu Simee faati (grtuu
malamaltumaan beekaman) waara lafa gurguran jari kun amoo danta
isaan egachuuf waan danda'aan fi hin dandeenye hunda goocha jiru.
OPDO yeroo jalqabafi hayyama
Melese Zenawi Malee dura ta'aa filatee manati galitee gamachuun
raftee, Alemayon qoofa isaa diina kara afuri of Oromiya irra facisuu
seene, Diin garuu summi nyachisee bakka of barbaduu, ajeejuu si
ajeesusi dalnada'uu hosptala isaati ergee, Maliif Germany, ykn USA
deemee hin yalamnee? bakka ini jiru madhokfamee??
Gabasi Biyya nu ga'ee kun
Mootummaa Nannoo Oromiyya diiguuf ykn laafsan samachuuf warri
wawatan Gartuuu Melese Zenawi (TPLF), garuu Abba qabeenya Alamudiin
kan halkan guyya badii Oromiyya yaadu, Garuu Mafiya Azeb Mesfiin fi
Gartuu waldal Malamaltoota ykn Kiray Sabsabi, kan Alemu Simeen
Oganamuu fi Azeb Mesfin waliiti dhufeenyan hojeetuu.
Oduun Ethiopia kun Mootumman
Ethiopia Namoota Biyya ala jiran kara danda'amee hunda baleesuf
murteefatee namoon heedun akka jira fi namoon Maqa Diplomasiin
hojiin dirqama kana fudhatani soocha'aa jirachuu isaan ibsee
jira. Oromoo malaqa bitaman tokko tokko dirqama Embassy Wayyanee
fudhatan waan jiranf Oromoo fi eguu fi wal eguu akka qabuu dhaman
jiru.
Diinii Oromoo fi Oromiyaa
TPLF Tigray dhuftee caalaa 1. biyaa Oromiyaa keessati dhalatee kan
gudatee ilaman Habasha (ijoolee Tigre fi Amharati) 2. Oromoon
ilamaa Habasha kan bakeedha fudhee gudifatee fi makoo Oromoo kan
Habasha irra dalchee diini keenya guddan isaan kana. Erga bara 2002
Nekemteeti walga'ii goodhameen OPFOn Heera iiti bulmata ishee diigun
Habasha Oromiyya kesssati dhalatee afaan beeku OPDO ta'uu akka
danda'uu Melese Zenawi isaa ajeejee booda Kore hoji rawwachiftuu fi
koree giduugalessaa OPDO harki 70-90 ilman habashan qabaman
Welegati dhalanee kan ofiin jeedha ijoolee habasha warii akka
Zelelem Jamanye, Salamoon Abebe, Damsee shitoo, Zwuduu Mamoo, Iluu
abbabor keessa Danyachoo shifraw, Teferi Tacanee, Alemu caanyalee,
Aster Mamo, Jimmaa irra Muktar Kadir (V.P) Yem (Janjaro), Nega Abba
Meca Yem (Janjaro) Ali Siraji, Ali
Usuman (gurage), Godiin a Arsi kessa harki caalan kan ta'aan Alemuu Simee,
Warqine gabayoo, Sisayii Negash, Adanechi Abebe, Dr. Meshasha
shawaraga, Dr. Tibabuu Alemayo, Habtamuu sisay, Tesfayee Abebe, Damalash G/mikaeal, G/Mikael
reba, Takalinyi, G/mariyam, Ali Abdo, Simanyi Hube, Tadasee Bahiru, Brihanu Tsgayee,
Isheetu Dasee fi kan
biroon Namota Oromoo ta'aan tokko tokko gandan of dukka hirisun hoji samuuf samsisuu
Oromiyaa irrati dalaga turan. Gartuun kun wara Oromiya keessati
dhalatani maqa Oromiyan jiracha Oromiyaa warana jiran, Miseensoon
OPDO atataman hirba ka'aan diina isaan keessati goobee jiru kan of
irra rukutuu qabuu, gara lafeetiin obboleessaf deesii jeedha oromoon
Obsii isiin haga'uu kana caala salphina, gargarasa Tigree fi Amhara
malee Oromiyaa bulchuu ni dandeenya jeetan falmachuu qabduu, diina
malamaltumman laqatee kana of irra kassuu yoo hin dandeenye ummataa
Oromoon mali jeetuu? diini Alemayoo hara summii nyachisee bori siin
nyachisaa beeki??
Kun kana qofaa miti yerro ama kana
amoo samicha adda fi Oromoo gadii qabu, siyassa kessa ala qabuu irra darban Oromummaa
baleesuiu irrati dulaa jiru. Siyyasi Oromiya maqa OPDOn harka
ijoolee Habasha jala jira, ijoolee Oromoo OPDO keessa jira kan hunda
utuu beekan egeree Oromoof qabsa'uu dhisaan diina jala jiratuu. Wari Oromoo qulqulu ta'aan amoo jara
kana sodacha jiru, maliif yoo jeetan warii Oromoo qulquluun
wayee Oromiyaa yoo falmachuu egalan saganta ABO gegesituu jeedhaman
ganamua sana qoratamuu hoji irra ariatamuu warii kun amoo waan iti
himataman Malamaltumadha malee ABO keessa hin qaban. Biyya
Ethiopiati amoo dhabba mormitoota hin degeriinmalee malamaltumman
hayamamadha kan dhorkamuu nama TPLF mormuu qoofaf, Malamatumman kun
Ajeeja Azeb Mesfin Hadha mana Melese Zenawiin waan raawwatuu nami
ishee waliin hojeetuu Melemaltumati hin himatamuu raggan tokko Alemu
Simeeti namii kun Oromiyaa gutuuman gutuuti nama gurguratee garuu
caara barumsaa jeedhamee chaina tii ergamee,. Alemayoo Atomsa amoo
akkan malamaltumaa akka in hin rukuneeti summi nyachisan biyya bassan.
Miseensoon OPDO Oromoo ta'aan kana caalsuuni saan isaanuma
tufachisaa boorifu. TPLF Mekkoon Fixee Miseensa OPDO dura duban
konkolata iti ofan irra bassan ajeesan OPDOn ni calisan, Alemayo nama
jeedhama itigafatama Malaqa fi dinagdee Oromiyaa Masasara Perzdaanti
Ethiopia keessati rassan rukutan ajeesan of Ajeese jeedhan, Takilee
Waqiwaya acucaa yerro dheera booda summiin akka dhabamuu goodhamee,
Perzdaanti Bank federala mana isaa keessati erga ajeesan booda of
ajjesse jeedha, lubun obbo Negasa Tumsa fi abba qabeenya DH Gadaa kan badee
ilee gartuu Oromiyya samaa fi samsisaa jiru kana ta'uu hin beekuu
qabu.
Gartuu Abba Qabenya Amhare Aragawi TPLF CC fi Abba Reporter Gazeexa
Guyya safa reeban utuu hin hidhamin USA galan Alemayo Atomsa Summi
hin nyachisa jeechuun hin danda'amuu, shakiin biyya kessa nu ergam
fula arfanuu qoratamuu qaba. Mootummaan TPLF harki isaa kana keessa
hin jiruu yoo ta'ee garuu kana dafee qooratee wara yaaka kana dubaa
jiru ifaa basuu qaba. kun ta'uu banan mootumichatuu kesssa jira.
Rakko Oromiyaa kessati kan hameessan fi diina
Oromoo ta'aan wari biroon waraa Oromoon gudifachan ilman diina
fudhee gudisee fi ijoolee hidha Habasha irra dhalatan rakko
enyuumaan rakkata jira Makkoo wari ta'aan biyya keessa fi biya ala
dabalatee diina jala hirirun yakka hojeecha jiru. Oromoon yoo
bilisomee bakka hin arganuu jeechuun mootummaa Tigre tumsa fi
gargara jiru, Icitii Oromoo waan xiino beekan qabatan soba harka
200% iti dabaluun Oromoo qulquluu warii TPLF ti soban saxila jiru
isaan kana. ijoolee gudifna (amachisa) fi Makoon Habasha biyya alati
ilee kara tokko maqa Oromoo Embassy Ethiopia jala deemuun Tigref
tumsa lachuun Oromoo irrati yaaka dalaga jiru. Kara birra amoo maqa
Oromootiin daldaluun dhabbilee Habasha waliin tumsa ummachaa jiru,
Oromoo kana calisee ilaalun diini isaa borii hubachuu dhabudha.
Oromoo Habasha waliin yoomi ilee firee ta'ee hin beekuu utuu. Ta'uus
hin danda'uu, kanaafi OPDO Habasha jala jirtuu ilee namoota
Oromummaa isaati amana ajeesuu, hidhuu, dararauu, biyya ari'uu, hoji
dhorkachuu, barumsaa dorkachuu, dhukuba fi qoonqoon akka dhuman
goochuu irra darban bararoota Oromoo fi Perezdaati Oromiyaa
dabalatee Summiin ajeesuuf yaalun ijaan arginee jira. Embassy
Ethiopia biya ala jiru gantoota Oromoo tokko tokko, Habashaoota
Oromiyaa keessati gudatan fi ijoolee makko oftii qabuun qabsa'oota
Oromoo Summin baleesuuf akka oli gadii kacha jira, mootummtaa ala
dabalatee qabatamun ragga argatanin Embassy Ethiopia fi Ergamtoota
maqa Oromoon daldaltuu hunda hordofa jiru. Kun kana argisisuu
Mootumman TPLF cinqamuu irra kan ka'ee waan goodhu walalee haafa
qabata jira. Kanumman wal qabatee Malaqa Ethiopia biyya alati deema
jiru Motummoon hundi akka hordoofan waan goodhamee Oganooni TPLF
hundi cinqii gudaa seenan jiru. Qabsoo egalee injiifannoon xumuruff
Oromoo bakka hundati hasochoonu jeena.
iti fufaa obsii heedun garii miti.
Alemu simee fi Azeb Mesfiin
mali Hojeecha jiru isaa gadii dubsaa
The board of a Dubai-based
company called Injaz Group has approved a 13 billion birr tourist
city building project to take place around lakes Shala and Abiyata,
about 230 km southwest of Addis Ababa in Oromia region, Oromia
Investment Commission Commissioner Alemu Sime
Nigerian Ex-President gets 20,000sqm of land in Oromia
* Former
Nigerian President Olusegun Obasanjo joined President of Djibouti
and the Ethio-Saudi Sheik Mohamed Al Amoudi by acquiring large plots
of Oromia land. The size of the area is 20,000sqm, according to
Capital Ethiopia newspaper.
(AfricaNews)
Former Nigerian President Olusegun Obasanjo, is to invest in Hotel
and tourism sector of Ethiopia and has since secured a 20,000 square
meter of land near Bishoftu (Debre Zeit) town of Oromia Region
called Ada.
Obansanjo’s intention to invest in Bishoftu has come following the
footsteps of Djibouti’s president, Ismael Omar Guelleh, who took
10,000 square meters of land last year to build holiday home in
Bishoftu and also bought 3,000 square meters of land for agriculture
in Bale, Oromia Region of the country.
After Bishoftu town’s administration approved anew master plan last
year, many investors are now investing in the town, which is known
for its eight unique lakes.
* RELATED NEWS
- "World leaders" taking notice of land in Oromia
- 300,000 hectares of more Ethiopian land handed out
300,000 hectares of Ethiopian land handed out for $15 birr per
hectare
Published 12/31/2009 - 12:21 a.m. GMT
Until last year, people in the Ethiopian settlement of Elliah earned
a living by farming their land and fishing. Now, they are employees.
They work for Bangalore- based Karuturi Global Ltd., which is
leasing 300,000 hectares (741,000 acres) of local land, an area
larger than Luxembourg.
Under the agreement with Ethiopia’s government, Karuturi pays no
rent for the land for the first six years. After that, it will pay
15 birr (U.S. $1.18) per hectare per year for the next 84 years.
Labor costs of less than $50 a month per worker and duty- free
treaties with China and India also attracted Karuturi Global, he
said. The $100 million projected annual profit will come from the
export of food crops, including corn, rice and palm oil, he said.
The company also is plowing land on a 10,900- hectare spread near
the central Ethiopian town of Bako.
Ethiopia's ruling junta gives Egypt 20,000 hectares of land
December 30th, 2009
CAIRO (apa) — Egypt announced on Tuesday preparations to invest on
20,000 hectares of land in Ethiopia, with a multimillion-dollar
investment.
The announcement was made by the visiting Egyptian Prime Minister,
Dr.Ahmed Nazif who is on a working visit to Ethiopia starting on
Tuesday.
The Egyptian delegation assured the Ethiopian officials that Egypt
was keen to be involved in various investment opportunities in the
country.
The Egyptian PM said that the National Bank of Egypt will initially
develop 20,000 hectares of land of agricultural products as from
2010.
According to state media reports, Egypt will invest the undisclosed
amount of agricultural investment in the Afar regional state of
Ethiopia, known for its livestock resources.
The two countries prime ministers held talks late on Tuesday on how
to boost their trade and investment cooperation, which in the past
few years was poor.
The Egyptian delegation also showed interest to invest in other
areas such as drug manufacturing.
It was also reported that Ethiopia, Egypt and Sudan are expected to
reach an agreement on installation of electricity connectivity in
the near future to link the three countries with hydroelectric power
supply from Ethiopia, which is currently undertaking a multi-billion
investment on hydroelectric projects.
Ethiopian tribal dictator Meles Zenawi and his Egyptian counterpart
Dr. Ahmed Nazif also expressed their commitment to work together in
the efforts to ensure benefits for the peoples of the two countries.
Djibouti first lady gets 20 hectares of land in Ethiopia
August 1st, 2008
By Groum Abate, Capital Ethiopia
Khadra Mohammed, First Lady of Djibouti, has received the 20
hectares of land in the Sebeta area for a flower farm, on Tuesday
July 22, 2008, from Alemu Sime, Investment Bureau Head of the Oromia
Regional State [another Woyanne donkey].
The First Lady received the plot on behalf of her son, Ayinashe Omar
Guelleh, whom it was learnt, plans to engage in the booming flower
sector.
Floriculture already earns Ethiopia over 150 million dollars
annually. The Ethiopian government Meles regime is keen to encourage
investors political allies, offering them a five-year tax holiday
and duty-free import of machinery.
The area, 30 minutes south of Addis Ababa with green hills and lush
valleys, is ideal for cultivating the country’s fastest growing
export – flowers.
Ethiopia exports more than 80 million stems a month to 40 countries.
70% percent is to the Netherlands, from where they are sent around
the world. It also exports to Germany, Britain, Russia and, in
smaller amounts, to the United States and the Middle East.
Five years ago, Ethiopia made just $159,000 from exports of cut
flowers, cuttings and summer flowers. Last year that had grown to
$63.5 million and this year it is expected to hit $166 million.
Last week, President Ismael Omar Guelleh of Djibouti obtained 10,000
hectares of land around Bale, Oromia Regional State for investing in
the agriculture sector. The multi-million dollar investment is
expected to commence in the coming few weeks. The plot is mainly
slated for growing wheat.
The president also visited the 10,000 meter square plot on Babogaya
Lake in Bishoftu (Debre Zeit) town 45 kilometers south east of Addis
Ababa and received a title deed for the plot to construct his
vacation home.
Khadra, during the ceremony on Tuesday July 22, 2008 also visited
the plot, which her son is going to invest. The title deed for a 20
hectare flower farm was also presented to the first lady last week
on Friday July 18, 2008 during the ceremony that also presented
President Guelleh with his title deed for both sites in Bishoftu and
Bale.Warda A. Graham, owner of Wajag Gas and Alemayehu Ketema a
businessman prominent in the construction sector facilitated the
investment opportunity.
Indian company acquires 765,000 hectares of land in Ethiopia
November 23rd, 2009
Ethiopia's autocratic leader Meles Zenawi has embarked on a
controversial policy of leasing huge amount of land to foreign
private investors in an attempt to boost agricultural production for
the local market and for export. However, environmentalists and
agricultural policy planners fear the leasing of huge tracts of land
to private developers in some countries could harm the environment.
They are concerned that land which is already under strain from
years of degradation will suffer more. They say the loss of trees in
particular has caused an imbalance in the eco-system, resulting in
regular drought and famine.
By Billie O'Kadameri
(RFI) — Indian businessman Ramakrishna Karuturi, managing Director
of Karuturi Global Ltd, one of the world's top agribusiness
transnational corporations, has acquired nearly 765,000 hectares of
land in Ethiopia. His company is involved in flower and food
production.
Karuturi told Radio France International (RFI) that the world should
applaud instead of vilifying efforts by people like him. “When you
look at the last ten years of world food production vis-à-vis
consumption, I think over six of those ten years, we in the world
have eaten more than we produced, and world food stocks are at a
debilitatingly low 67-day stock. 67 days of food is disastrous and I
don’t think in the history of mankind, the world has ever come this
close."
With very low per capita electricity coverage, nearly 85 percent of
Ethiopia’s rural population relies on wood fuel for domestic energy
for cooking, according to Dr Gemedo Dalle, Head of Forest Genetic
Resources Department at the Ethiopian Institute for Biodiversity and
Conservation in Addis Ababa.
This already constitutes an emerging crisis for the government and
policy planners. Yet more land tree cover will be under pressure as
large-scale land investors flock to Ethiopia taking advantage of the
country’s land policy that makes it easy to acquire huge land areas.
Professor Kwadwo Asenso-Okyere, Director of the Addis Ababa-based
Knowledge, Capacity and Innovation Division of the International
Food Policy Research Institute opposes the leasing of huge tracts of
land to foreign investors:
If you are acquiring say hundreds of thousands of hectares of land
and you clear all of this land, the impact on the environment is
very severe, because you are going to cut all the trees. [...]
Sometimes they don't grow food, sometimes it is for bio-fuel plants
and other things so it is not going to improve the food security of
the people. Sometimes they even cultivate food but the food is
shipped completely out.
But 43-year old Karuturi rejects the claims that his investment will
not address food security problems in Africa. “Africa is the world’s
largest market for food. Africa imports 16 billion dollars worth of
food every year. Out of 25 million tonnes of rice that is traded
globally per year, 10 million tonnes is imported by Africa. Of
course I will sell my food in Africa because Africa is the best
place to sell food [...] people are acutely short of food here.”
The Ethiopian government insists that its policy will seek to
balance investment in agriculture, with a strict regime for
protecting the environment.
Abera Deressa is Ethiopia's Minister of State for Agriculture and
Rural Development. “They cannot harm the environment. We are very
clear on this. We in the Ministry of Agriculture are developing an
environmental code of practice for the private sector. [...] We are
also advising them not to cut trees, they have to manage soil
erosion."
"As you know very well the global climate change crisis is because
of poor management of the environment in developing countries; the
other is by emission of carbon dioxide into the air by developed
countries through industrialisation process."
"But but here in Africa, in our country pollution of the environment
is by poor management of agricultural practices; deforestation,
degradation, improper land management; these are the factors that we
have to control”.
Saudi Arabia joins in the Ethiopian land grab
August 7th, 2008
EDITOR'S NOTE: The following is reported as is by WIC, Woyanne's own
news web site. By proudly reporting about this latest land give
away, Woyannes are saying to the people of Ethiopia, 'go suck your
thumb, we'll do what we want with your land.'
(Walta Information Service) ADDIS ABABA — Saudi Arabia, which is
making efforts to provide food security for its nationals, can look
up to Ethiopia where huge tracts of unutilized agricultural land are
available for growing cereals, according to Ethiopian Prime Minister
Meles Zenawi.
A Saudi ministerial delegation, which visited Ethiopia to explore
the prospects of investing in agriculture, is impressed by the
country’s huge potential and as a follow up sending a team of
experts to conduct specialized studies, said Zenawi who spoke in
this exclusive interview with Arab News on a variety of economic
issues ranging from rising oil prices and inflation to his country’s
bilateral trade relations with Saudi Arabia.
Following are excerpts:
Saudi Arabia is engaged in providing food security. A Saudi
ministerial delegation has visited your country in this connection.
Could you throw light on this?
Saudi Arabia has evinced interest in investing in agriculture,
particularly in production of cereals, and has been looking at
various options. One of the countries they are looking at is
Ethiopia, which has a lot of unutilized land, particularly in the
lowland areas of the country where all sorts of agricultural
products can be grown. The Saudi delegation studied the prospects of
investing in agriculture in this country. We told them we would be
very eager to provide hundreds of thousands of hectares of
agricultural land for investment, particularly for cereal
production. There is a broad agreement and understanding and this
will be followed by visits by Saudi experts to conduct specific
studies for investment.
What are the existing Saudi investments in Ethiopia?
Most of the Saudi investments have been in manufacturing and
hospitality sectors. This has been the focus so far, but we expect a
sizeable increase in the Kingdom’s investment in agriculture as a
result of its decision to invest in cereals.
What are the other potential areas available for Saudi investment?
The manufacturing sector is promising, especially textiles, leather,
leather products and iron bars. In fact, all sectors of
manufacturing are open. Investment in infrastructure is also
something we are looking for. Real estate development and
particularly the hospitality sector including hotels and tourist
places, as well as agriculture and agro processing industries are
among the other potential areas.
What is the existing level of trade and investment between the two
countries?
Saudi Arabia is one of our top three trading partners. Our trade
volume is $1 billion, although much of the trade balance is in favor
of the Kingdom. The trade gap is about half a billion dollars. We
mostly import oil and petroleum products and export coffee, meat and
other agricultural products. About 240 Saudi companies have been
given the investment license. These companies including those who
are operational are expected to invest $2.5 billion. Saudi Arabia is
our very important investment partner. Economically, we have solid
and fast growing relations.
What has been the impact of rising oil prices?
The dramatic increase in oil prices has hit Ethiopia very hard. Our
oil import bill over the past three years has increased by over a
billion dollars. This amounts to 3 percent of our GDP. That has
upset our balance of payment very significantly. It has created a
huge pressure on our balance of payment and complicated the
inflationary issue. We are trying to tackle this problem by
increasing our exports so that we can pay for our increased import
bill, and improving agricultural production so that we can dampen
our food prices. We are importing some food from abroad to check the
rising trend of our agricultural prices. We are importing wheat. We
are no doubt growing wheat but due to an inflationary pressure we
are bringing more wheat from abroad to flood the market so that the
rising trend of prices in the country can be checked.
How high-level exchange of business visits has benefited your
country?
We have had frequent exchanges by leaders at high levels. My
assessment is that these high level visits have contributed a lot to
the fast growing economic partnership and contributed a lot to the
political understanding that we currently enjoy. I expect such
exchanges to continue. We are expecting a high level ministerial
delegation to visit us in October. I would expect a similar
high-level visit from Ethiopia to Saudi Arabia.
Not helpful?
You can block pipl.com results when you're signed in to
search.pipl.com
The
27th anniversary of Amhara National Democratic Movement ANDM was.
marked ... Ato
Alemu Sime.
Head
of
Oromia.
investment office
(January 26 2008 ) Part 1 ...
Not helpful?
You can block www.keralamonitor.com results when you're
signed in to search.www.keralamonitor.com
...
Mr.
Alemu Sime,
Commissioner,
Oromia Investment
Commission, .... information technology parks, airports,
government buildings and
corporate offices.
...