|
Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)
|
|
|
Hundi nama yakka dalgauuf itigafatama qaba.
Yakki Oromo irratti dalgama jiruuf akka dhabbatis ta’ee akka dhunfati ittigaafatamni akka jiru hundi beekuu qaba. Dhaabbi OPDO ergama TPLF fudhachuu yaaka sukaneesssa ummata Oromoo irratti hojeecha jira, kana keessa murassa OPDO yadachisuuf: 1. Lamii Oromoo soban yakkuun, qabee hidhee harka wara TPLF dabarsun, reebiicha, hidha bara dheeraa, hiidha ummuri gutuu fi murtee du’aan akka addabaman goochuun lammi Oromoo matan akka lafa ilaaluu fi mirga isaaf akka hin qabsofnee gochaa jira. 2. Oromoota qaaroo ta’aan soban yakkun, qabatama tokko malee, sosodachisun qabeenya isaan TPLFn akka samamuu goocha jira, kan biyyaa sodatan akka baqatan goocha jira, 3. Afaan Oromoo gaafi ummati Oromoo kassee keessa isaa dura ta’ee qabsoo ummata kanaaf bu’ura kan ta’ee Afaan Oromoo afaan hojii biyyoleessa ta’uuf dandeeti hin qabuu, afaan Oromoo yoo afaan hojii biyyooleessa ta’ee jeequmsa umma, lammilee birroo irratti dhiibba umma jeechuun OPDOn TPLF bakka bu’ee afaan Oromoo irratti murtee du’aa dabarsun isaa Yaakaa isaa ola’ana dha. Miseensoon OPDO kana falmachuu didan dabalatee guyya tokko murtee isaa dhummaf ummata duratti akka dhiyyatan harumma galmeefachuu qabu, sababi isaa ummata tokko afaan kee dandeeti hin qabuu jeechuun murtee seera adunyaa fi seera umamaa cabsee dhibban ummatan akkas jeechuun yakka ola’anadha; 4. Qabeenya Oromoo diina samsisu, lageen Oromoo summii fi xurrii warshan sumayee falmachuufi dhisuu fi ammoo kana irra darbani lafa Oromoo irra qootatee bulaa buqasani abbooti qabeenya biyya alati TPLF akka gurguratuu goochuu isaaniti murtee isaa dhuma yamuu isaan argtan faaggo miti; 5. Oromiyyan Barnoota garii, Eegumsa fayya garii argachuu dhabun isaa, deggersa mallaqa federalaa irra keenamuu ga’ee Oromiyya Tigrayfii dabarsan lachuu, lakkofsaa ummata Oromoo TPLF walkan gaddi buftee siirii miti jeedhan falmachuu dhisuun waan isaan gaafachiisu ta’uu isaa hubachuu qabu.
Dhaabbilee tokko tokko waan isaan irra egamuu akka ummataaf ta’uuti yeroo, qabeenya fi humna nama hojii malee baleesun itigaafatamuu akka qabuu beekutu nama irra jira. Sababi isaa dhaabbi dhaabatuu tokko akkuma waan hojeeteti galata fi angoo qabuu waan baleeseti ilee itti gaafatamuu akka qabuu beekun barbaachisadha. Keesummati maltuu naa dhibeedhan badii gurgudan yaamuu dalagamuu yeeron sireesu dhisuun mata isaatti yakka. Miseensoon dhaaba kami iyuu dhabba isaan deggeruu fi rakko isaan mudatuu icitiin qaban dhaaba isaan keessati of giiduti xumurachuu utuu qaban, media fi ummata balati bassan ummataa fi ummata wali dura dhaabun, qabsaa’oota maqa xureesun, dharan yakkun, hojii qabsa’ootati gufuu ta’uun yakka TPLF/OPDOn ummata keenya irratti rawwaatuu irra waan adda hin tanee raawwacha jiru. Diina lammi keenya ajeessa hidha, darara, qabeenya saamaa, biyya ari’achaa jiru, diina lafa Oromoo irra fudhee namoota biyya alaafi hiraa jiru, diina haadha fi haadhoo keenya irratti yakka sukkaneessa rawwata jiru, diina baqatoota keenya utuu hin hafiin Kenya, Yeman, Somalia fi Sudan keessati dararu irra darbe Auroopha fi Ameerikati lamii keenya irratti sooda ummaa jiru dhisaani dhaabbilee Oromoo waggoota 40fi qabsa’aa jiran irratti booba’aa jiru. Website fi paltak gartuulee kana waggoota 10 darban keessatti guyyaa tokko ilee diina Oromoo irratti xiyyefatan xinxala (Article) tokko ilee bareessa hin jiran. Waan isaan barressan waan ummata keenyaaf yaadan fakkessan dogogora qabsa’oota, soochii qabsa’oota keenya, soochii waraana Oromoo diinaf saxiluu irratti booba’uu, qabsa’oota Oromoo TPLF wal hudhanii jiran dudubeen waranuu. Diinii akka sochii Oromoo faanna bu’uuf jeechaa icitii Oromoo giduuti goodhamuu maluu media Aadunyaatti afaan diinii dhaga’uun diinaf saxilaa jiru. Hojii isaan wagoota 10 darbee hundi walitti qabamee jira. Hundii nama hanga amma diina irratti mali akka hojjeetef lamii isaa irratti yaaka malii akka hojjeete harkumaa isaan waan hojjeetetuu ragga itti ba’aa. Amaaf garuu amma idoon itti waliigaafatan argamuutti dhaabbile Oromoo wali dura dhaabuu, qabsa’oota Oromoo wali dura dhaabuu, maqaa xurreesu, gargari qooduu; hawwassa nagga waliin jiratuu bakka lamati qoqoduun ittigaafatama akka qabuu beekamuu qaba. Qabsa’oota Oromoo jireenya isaan gutuu qabsoof keenan irratti website fi Paltakin maqaa xuresuu, iciti fi soochii isaan yeroo adda adda argatan diinaf suaxilun TPLF akka itti fayadamuu goocha jiru. E-mail qabsa’oota Oromoo utuu hin hafine website irratti maqaa dha’ani basuun TPLF e-mail qabsa’oota cabsuun Oromoota biyya keessatti akka gaga’aman goocha jiru. Kana hunda yaamuu goodhan lammin keenya kana keessa gaga’amu akka danda’uu utuu beekani dugugaa sanyi Oromoo irratti TPLF gagesa jiruu keessatti ga’ee gudda ba’aa jiru. Gartuun kun biyyi keenya bilisoome dhisee dantaa irra hin qaban. Dantan isaan, TPLFti qabsoo Oromoo daldaluu, namoota jiban baleesun bu’aa TPLF irra argachuu qoofa, namini bu’aa barbaduu amoo kiisaaraan yamuu dhuufus dhandhamachuu qaba. Namoon utuu beekan yaakaa lammi irratti dalagaa jiran, tokko lama jedhani hojii isaan itti fufani jiru, galma isaan waan beekanf waan isaantti dhufuu ilee ni beeku, garuuu warii utuu hin beekin diina jalaa hiiriirani jiran utuu aduun hin lixiin dhaabachuu fi of siireesu qabu. Dhaabbileen Oromoo fi Qabsa’oon Oromoo bareefama fi olola ergamtootaf gurra keenuu dhisaani gurmuu qabsa’oota bu’uura cimma irrti gadi dhabuun, humna nama fi qabeenya jiru waliti qindeesun diina irrati fuleefachuun gaafi ummata keenya ta’uu isaa fudhatan diina madeesun hamilee Oromoo deebisan ijaarun dirgama. Qamii kanati hin qufnee ilee yoo jiratee, Ololi lammi of irrati goodhamu ofuma saxiluu ala bu’aa akka hin qabnee beekan caliisu, wari ganama qabsoof muratan amoo biyya keessati humna xiqoo ijaaruun meesha fi qabeenya diinani diina loluu akka danda’aamu hubatani, abda diini lammi keenya irrati boobeesa jiru diinati deebisan boobeesu qabu. Kana irra kan haafee Ololi utuu diina baleesuu danda’ee Males Zenwi irrati ololi hanga ama goodhamee Malesn baleesu hin dandeenye diina mo’aachuuf of wareegan qabsoo fininnsuu qaofaa. Oromoo bilisumma barbaduu diina isaa 5 ajeese du’uuf muratee yoo ka’ee Oromiyyan dhiyooti bilisoomu akka dandeenyuu shakin hin jiru kanaafu qabsoo dhugaf hidhanee haakanuu.
|
|
| Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved |