|
Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)
|
|
|
New
Page 2 home
Gummi Paarlamaa Oromoo
Siyyassi
1.
Namoon Meesha diina ta’aan Meesha diina batan waggota heedu Oromoo
ajeessa, hidha, qabeenya isaa sama fi samsisa, lafa isaa
irra fudhan Tigireef lata turan ABO ti galan wagga 4 booda
ABO uni ABOn birra hin jiru,Oromoof unitu beeka jeedhan ergma diina
yaamuu gegessan argina.
2.
Dhaabba hin dhaabiin, Kayyoo dhaabbicha utuu hin beekin fedhi Oromoo
utuu hin xinxaliin fi ilalchaa Kaleessa TPLF jala hirira jeecha amoo
Agobarii (Susiin Ethiopiuma) sunin EPRP
(MESON) caala tortora kan ta’ee kan
UDJ fi MADRAK jala Oromoon hiriruu
qabna jeechuun beeka fi jarasaa ofiin jeechaa hoji ergamtuu
hojeechaa du’uuf deemuu.
3.
Hiirre of Ofiin murteefachuun gaafi Oromoo utuu hin tanee kan TPLFti,
ABOn –Jijirama Ginbot 7 jala hirirtee garii goote kan dura
dargagoo, Oromoo soba ture,
jeechuun umurii jaarsuman
Oromoo akkasti Uumataa Afaan fajeesun siyyassa duloma duluma keessa
hojeechuun hoji ijoolee uddan ishee walti laqituu waliin wal fakkta. Ergamtoon Habasha “Oromoo ofiin” jeedhan kun Akka gaararaa bifa jijirachun Mootumma Habasha dhufaa darba dukka H/Silalee, Dargi fi TPLF waliin naggan ta'aan kan diina waliin Oromoo sama turanidha. Yoo isaan hawwi dhaloota hara kan dura dhabachuu feeddhan of irra isaan dhabuu qabna. Jaaraa kana keessa Oromoo ergamtuu akka keessan ta'uuf hin danda'uu ittin jeena. Amali siin baree yoo isiin didee ijoolee keessan habashatii gurguradha malee uumaani Oromoo gugurtaaf hin dhiyyatu isiian jeena.
1.
Afaan Oromoo afaan biyyoleessa hata’uu jeene bakka itii dubanee fi
bareesine hin jiru, Afaan tokko afaan biyooleessa ta’aa
2.
Nu Ginboti7 ABO jijiramaa wayee hiree ofiin ofiif murteefachuu
uumataa Oromoo akka kasuu qoofa utuu hin tanee lamafa wayee gaafi
Afaan, Naannoo Oromoiya jeedhu hunda dhisaan Biyya tokko afaan tukko
Adda tokko akka fudhatan jala sararee dhichifne mirikanesisudha
jeedhan dhadacha jiru.
3.
Mirga kee ofi keetiin hin murteefatuu, afaan keen hin dubatuu,
naannoo kee irrati murtefachii ilee hin dandeesuu,
kan dura Oromoo irra rakkon ga’ee tokko ilee hin jiru,
kaanfuu akkuma duri siiran Minilik sun waliin bulu qabna jeedhuu.
Gartuni Habasha kun hanga Habasha Haraa/TPLF sun ileee sobani hiree
kee murteefadhuu afaan keen dubadhuu jeechuu hin feene, kanafuu
kaartan isaani gubatee jira. Siirna Torortoa Minilik sun deebsuu wara
adeeman (Ginbot 7, MEDRK, UDJ) irra warii susiin isiin qabee wara
mirga Oromoof falmuu utuu hin tanee waraa Angoof faluu dha.
Oromoon kan qabsa’uuf Angoofi Miti, utuu Angoof ta’ee ABOn fi OPDOn
waliin ta’ee Mootumma Ce’uumsa (1992) keessati Angoon isaan qaban
dachaan wara birroo hunda caalaa ture, utuu angoof qabsoofna tanyee
ABOn Mootuumaa Ce’uumsa keessa hin ba’uu ture, Miseensoon OPDO
heeduun angoo gadii lakkisaan biyya hin ba’aan turan, Miseensoon
Gummii Paarlamaa Oromoo heedun Siyyasa Ethiopia diidan kan qabsoo
falama seenan, Siyyassi Habashan Oromoo irrati gegesituu Bu’uuraman
jijiramee Oromiyyan yoo bilisoomee malee akka ama jiruun jijiramii
fi mirgaa Oromoo egsisun kan hin yaadamenee ta’uu jala sararan
Paarlamaa keessati erga ibsan booda. Kanaafu:-
1.
Hirren of Ofiin murteefachuun ummataa Oromoo mareef
2.
Lafa Nafxanyan waggota 100 ol nu irra fudhatee qabsoo keenyan
arganee nafxanya
3.
Afaan Oromoo biyya Afrika keessati 3 ta’ee jiruu Biyya
4.
Oromoon Siirna Gadaan bula Oggana isaa siina ittin filatuu qaba,
siin Gadaa amoo siina Perezdantial system walit
dhiyata
kanaf Oromoon abbotii Gadaa
isaa siirna itiin filatuun gegefama,
5.
Mirgoota Oromoo molqaman, addda Oromoo dhoktan, tessoo Oromiyya
jalatan hunda ni siifata.
6.
Hacucaa saba kami iyuu irrati utuu hin gegesiin uummataa hoolaa isaa
jirun naggan waliin jirata;
Kayyoon kun Kaykoo WFDO isaa bu’uura yamuu ta’uu Dhaabilee
Bilisummaa Oromoof qabsa’aan hundi kayyoo kana sadarkkaa adda addati
fudhatan jiruu. Kana ala Garboonfata Oromoo wagoota 130 garboonfatee
Uummtaa Oromoo walkaa isaa ajeesee fixee fi harra baratoota keenya
ajeessa jiruu, akkasumasii akka akkakayuu isaan nu ajeesuuf wara wal
gurmessa jiru keessati of gurmeesuf yaaluun akkuma baratan dhigga
Oromootini makaan Minda Habasha Nyachuun ala Oromoof bu’aa hin qabuu.
Oromoo Habasha kamii waliin hin hiriruu Hariroo ilee waliin hin
tochatuu
Bilisumman Dhugga Uuumtaa Oromootiif!!
Oromiyyaan Ni Bilisoomtii !!!!
13/02/2012
“Hiimaa Dhiiddeen Du’aa Hin Didduu” jiradha Oromoo Article kana
gadii jiru hunda irrati gorsaa ture link kana dubsa hunda isaa .
Gulaalaa
Links:
|
|
| Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved |