Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

              New Page 2 home                         

Dabbaloon OPDO 2700 waaraqisa Ummataa Dhaabuuf Adamaatii Lenjii irra jiru.  01/12/2011 Adamaa

Saamichaaf kan umamitee biyyi Oromiyyaa wagoota 1O darban Ooganoota TPLF lafi isheef albudan ishee gurguramee dhummu caalaa saamtoon Madara OPDO amoo Badgeeta wajjira hunda saamachun wajjiraleen mootummaa umataa tajajila kan keenan utuu hin tanee walda saamoota kan ijaramee fakkata jeedha gabasan keenya Finfinne.

Waaraqisa biyya Tunsia, Egypt fi Libya Ethiopia galuuf deema jeechun OPDO 2,700 galma Abba Gadaa Adamaa keessati wal qoorachuuf waaraqischa dhabsisuf waan goodhamuu maluu irrati marii goodhacha jiru. Marii kana irrati baratoota Oromiyaa, WFDO fi OBK kara itti to’aachuu danda’an, namoota shakan yakka tokko malee yaakani hidhuuf akka danda’an diriqama Melese Zenawi irraati mariacha akka turan gabasan keenya ibsee jira.  Silashi Godee Ittgafatama OPDO fi Zelalem Jamanhe Ittigfatama wajjira Qoonaa Oromiyaa walga’ii OPDO nama 2700 bassi ittiin gegesa jiran kana Gargarsa biyya alatii Wajjira Qoona Oromiyyaf keename Miliona heedun basii ta’uu isaa fi wajjirii Qoonna Oromiyya ummataa Oromoo Belan gagama jiru dandmachisuf gargarsii keenamee Leenjii Waaraqisa dhabuuf Miliyoona heedun saamamuu hojeetan morma jira. Leenjiin kami yuu waaraqisa dhabuu hin danda’uu, PM Meles Gaddahf irra barachuu qaba jeecha jiru dabbalee OPDO tokko tokko dubfinee amoo.

 Ji’oota 6 darban keessa Preezdaanti malee kan turtee Oromiyya saamttoon wajjiroota abba hin qabnee argatan sana fayyadamuun Bajeeta wajjira hunda fayida mataa isaanf erga olchatani booda boba’aa konkolata utuu hin hafiin samachuuti akka gadii bu’aan saamicha waligala akka adeema ture beekme jira.  Wajjira keessa malaqi Saamamee sun heerga bufachuuf jeecha ji’a Hagaya 2011 bara kan Iitana Preezdaanti Oromiyyaa Abdulaziizin Ognanoota wajjiralee fi ittigaftamtoo Oromiyya hunda durgoon isaan danga malee akka fayadamuu qaban cafeen Oromiyya akka murta’uu goodhe jira. Haata’u malee hojeetoon sadarka gadiiana seera durani ama ilee durgoo guyyati Biirri 70 qoofa fayadama kan jira yaamu ta’uu sababa kana hojeetan wajjira ba’ee hojeechuu didaa jira. Dhimma Durgoon danga malee Ooganootaf hayyamamee hojeeta isaa kan dhorkamee hojeetoon Oromoiyya iyyata Preezdaantii Oromiyyati dhiyeefachuu qoophi irra kan jiran yamuu ta’uu yoo deebi dhaban ficiluuf qoophi irra akka jira ibsamee jira.

Lafa Nannoo Finfinne Gurgurun kan beekman Saamtooni 120 mana hidha galan yerro Preezdaantiin Oromiyya Summi nachifamee biyya ala ba’ee guboo keenunf fi akkasummasi dhiibba hiryoota isaan TPLF keessa qaban Azeb Masfin dabalatee heedun isaa gadii lakkifaman jiru Galana Nuressa waliin Nannoo Sabata gurguree kan xumure Shmalsi Kantiiban Sabatta wagga 7 itti murta’ee jira. Saamicha wagoota 8 darbee gegesaa kan turan Abban Dula Gamadaa Ooganumaa OPDO hunda irra kan ariataman yamuu ta’uu, Abban Dula Hidhamuu qaba jeedhani falmacha warii jira amalee heeduu dha. Abban Dula Gamada fi Junedin Sado ni bubula malee akka Yaragal Ayishashum hidhamuun isaan akka hin olee iffati dubatama jira.

Yaragala Aishashum akkuma AbbaDula fi Junedin Sado kan waggota heedu dhimma isaa qalbin qooratamee erga xumuramee booda walumagalatii qabeenya Miliyoona heeduu saamuun Hotela Amayya Asosa fi bakka adda addati hojeechu isaa erga mirkaneefamee booda Mana hidha galee jira. Yeragal Aishashigumu erga hidha kan xumuratee booda amoo lubu Oromoota 400 fi Oromoo 16,000 qabeenyan isaa barbada’ee lafa isaa irra buqa’eef Melese Zenawi waliin hidha adeemuun isaa akka hin olee Oogani Oromiyya tokko dabalatee ragga qoophefacha akka jiran beekameraa.

Leenjii dhaabba siyyasaa Bajeeta Ummataan Gegesun isaa iyuu mataan isaa ficilaa gara birra dhalchuu hin oluu. Hojeetan Oromiyya hanga Gandatii jiru utuu Ummani Oromo beela keessa jiru Leenjii siyyssaf malaqii wajjira qoona Miliyoona heedun saamamun Zelalema Jemanh Ittigaftama jala akka hin baneef kan dura ilee Basasoota Baratoota Basasan 34 yerro dheeraf kan leenjisisa ture Warqine Gabatyoo basii wajjira Oromiyyan ta’uu isaan. Waan hojeetoota Oromiyya Ficilaaf kakasa jiru hin guddan turban daerbee kassan guyoota 10 Oromiiya irra muxannoo barachuuf  Oganoota Tigray 1000 ol ta’aan basii isaan hunda fi durgoo isaan wajjirii Fayya Oromiyya akka basuu kan goodhamee ajeeja Ministera fayya Federala ta’uun isaati. Namoon kun of isaanf muxannoo argachuuf kan dhufaani Oromiyya basii Miliyoona heedu wajjira fayya Oromiyya irra keenun yaaka yaaka caaluu jeedhan jiru. Oromiyya keessat rakkon fayya haala gadisisa keessa yamuu jiru kanati Hosptali fi Bufatii fayya qoorcha, meeshaa fi oogeesaa tokko malee qulaa yamuu ta’uu kanati Basii birri miliyona heeduu namoota Tigray dhufan keenuni mali jeechuu dha kan jeedhu Oromiyya keessati gaaf gudda humee jira jeedhan.

Kana malee Haali hojii Baruuf Barsisuu Oromiyya keessa xifuma iyuu barsisaa dhabuunf ga’amuu isaa fi rakko hanqiina kitaba fi material leenjiif barbachishuu dhabuun manni barumssa heedun hojii barumssa keena akka hin jiree walgaii kana irrati dubatamee jira. Nama kuta 12 hin xumuriin Baaristaa Hotela Jimmaa duran Dhaabba Dabbalee Oggana wajjira Barnnoota Oromiyya goochuun mataan isaa Oromiyya fi Oromoo jamsan ajeesudhan wal qixeedha jeedhan warii walga’ii irra turan. Goocha kun akka saxilamuuf Media Oromoo hundaf nu dhamaa jeedhan jiru.

Adamaa 01/12/2011

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved