|
Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)
|
|
|
Prezidaant Mootummaa Nannoo Oromiyaa Alemayo Atmosa du’aa irra hafee galee. Ji’oota afran darban Prezdaantiin Naanno Oromiyaa Sumii Nyachifamee biyya Chaina Hongkong yaalama kan jiruu gabasuun keenya ni yaadatama. Haaluma kanan ji’a 4 gutuu Hosptalatti yaali guddan erga goodhameef booda torban darbe Finfinnetti deebi’uun September 5 torbe kana wajjira isaatti deebi’ee hojii egaluun isaa beekamee jira. Midyaan wayyanee icitii TPLF dhoksuuf jeecha haqaa kana ukamsee yoo turee ilee dhugga kana rakkon kan irra ga’ee gaafi tokko akka hunda isaa dubatuu beekamadha. Unisii wa’ee kan waan beeknuu hunda ammaf dubachuu bane ilee enyuuf enyuutuu akka yaaka kana rawwatee gaafaa yeroon isaa ga’uu ibsiina. Gabaasan keenya Finfinne irra akka gabaseeti wa’ee dhukuba isaa gaafi gaafatamef deebiin Obbo Alemayo Atomsa gababa ture jeedha. Innis “Amma fayyeen jira tajajjila uummani keenya nu irra eegacha jiru haqaan raawwachuuf hojii cimminan hojjechuu eegaluu qabna.” Kan jeedhuu ture. Fayyuun Obbo Alemayo Atomsa waara lafa Oromiyaa samani gurgurachaa jiran, akkasumas waara isaa dhabamsisuuf summi nyachisanif gadda gudda yamuu ta’uu. Oromo lafa isaa irra bu’qaa jiruu fi Oromoota harka qulquluun uummata isaanf hojjechuuf murannoo qabanf amoo gamachuu gudda akka isaan irra mulatuu gabaasan keenya Finfinne ibsee jira. Wa’ee dhukuba isaa dubachuu fi of qooleefachuu dhisee hojii sabaf xiyyefannoo keenun isaa nu gamachisee jira jeedhuu namoon caffee Oromiyya jiran. Sababi isaa Oromiyya irratti dula samicha banamee jiru fi malamaltoota (Gibirri sabsabi) mo’achuuf murannon samitoota dura dhabachuun uummataa afura bafachisuun hojii atatamatti. Waggota darban lafi Oromiyya Investerootaf latama ture haqaa qabeessa kan hin ta’iin ijan ilaalun lafa uummataa gurgurama akka ture kun waan beekamuf, keesummatti Uummani nannoo Finfinnee bara Miniliki, H/Silasee, Dargii, kasee hanga amatti mootoota dhufan hunda lafa isaa irra beenya tokko malee buqa’aa jiru dhabachuu qaba jedhama. Nannoon Finfinne KM 200 kara hunda qootee bula harka lafti fudhamee Homisha Abbaboof keenamun isaa, lafa ol ka’aa kana irra summi fi xurriin gadii naqama jiru amoo uummatoota ba’haa, lixaa fi kibba lixaa Shawwa jira bishan fi biyoo lafaa baleessa akka jiru kun furmata atatama akka godhamutu egama. Samtoota biyya ala fi biyya keessa, gartuu malamamtuumaa fi Habashaoota OPDO keessatti wal ijaran fi Cimiina ilman Oromoo kan hin barbanee TPLF dura dhabaachuuf ijoolen Oromoo dhuggaf falmachuun amma. Waar hojii mootummaa dhisaan angoon fayadaman samani duroma jiran fi gabasaa soba barreesun ykn ABO, WFDO fi OPC balalefachuun umurii isaan jirachisa turen waraqisii dhufaa jiru dhiyooti murtii uummataaf isaan dhiyeessa. Gabassa darbee link gadi irra caqasaa.
|
|
| Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved |