|
Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)
|
|
|
Oromo parliamentarians council Project Oromoo - Nederland's, English, Norway, France, Arabic, Suwail, Spanish, Russia etc Oromo parliamentarians council future Project Oromo Parliamentarian Council (OPC) Patriottenstraat 62, 2600 Antwarpen , Belgium v Email: gpo.info@yahoo.com, Tel. +32 (0) 3 218 80 43 v Fax: +32 (0) 3 218 61 73, GSM +32(0) 488 47 93 60 v Yadachissaa Nederlands-Oromo dictionary and integration program Contact: Marta Ababba Fixee email agamseeg@yahoo.co.uk or gpo.info@yahoo.com Copyright ©2009 GPO/OPC Allrights Reserved Dutch to Oromoo Dictionary, Dutch voor Oromoo aan de ander kant kara biraattin aan het (-werk) hojii irrat aan het hoofd itti gaafatamaa aan tiif aan(-huur) Kan kireefamuu aan(staat-) ifeera, ifee jira aan…gekomen argachuu aanbieden dhihessu aanbieding(de) hirri’na gatii aanbiedt ni dhihese/nidhiste aandeel(het) ga’ee aangeboden dhihesuu aangekomen dhufu aangenam wal- bara aangenomen fudhachuu aangetekend kan galma’ee aan-knop bakka ibsan fi dhaamsan aanleiding(de) sababa aantal bayiina, lakkobsa aantal(het) bayina aantonen mirkanessu aanvaarden fudhachuu aanvankelijk duran dursa aanvullen xumuruu, fixuu aanwezig bakka, iddo isaat argamu aanwijzen iyyachuu aanwijzen tuqaa goochuu aard(de) uumama aardappelen dinicha aarde(de) lafa aardgas(het) gas(z) ummama aardig garamii aardiger amala garii kan qabu abonnement ticketi autobus accent dhiphina, yaaddo acceptabel fudhatamaa accepteren fudhachuu accident balaa accuraat sirrii, accuratesse sirriitti, qajeelumatti acht akka… laka’uu acht sadet achtentwintig digdami sadet achter boode achternaam(de) maqaa abba achting hubatanii ilaaluu achting kabajaa, ulfina, achttien kudha sadet actie tarkanfi, mormii, hiriraa activeren si’aawaa, si’ooftuu activiteit sochii, hojii activiteiten sosochii admininistrateur bulchaa, oganaa, geggeesaa administratie bulchinsaa, qajeelicha administratief damelee bulchinsaa administreren oganuu, bulchuu, to’achuu Adres(het) teesso aeroplane xayaara af en toe darbe darbe afbeelding suurraa afbieden hirisifachuu,gati xiqeeachu afdeling(de) bakka meesha tullan afdrukken maxxansuu, waa xuquu afgaan gadi bu’uu, deemu afgelasten balesuu, afgelopen dhumu afgelopen kan darbe afgeven harkan ga’uu, deesisuu Afghaan/Afghaanse Lammii Afghanistan Afghanistan Afghanistan afhalen fudhachuu, fiduu afhangen fanisuu, rarasuu afhankelijk kan biraati hirkachuu, maxxantummaa afkappen muruu, murani gababsuu afkeuren diduu, fudhachuu diduu, abbaruu afkijken kop gochuu, waira barachuu; afkkraken gadi figuu; gadi hojechuu, gadii ta’uu afknappen gargari cabuu, garigari bua’uu, afknapper gadi busuu, dhisuu afkoelen qabanesuu, qabanessan dhuguu afkomst dhalootan, biyya isaa, sanyi isaa afkomstig dhufati isaa, biyya ini dhufee afkondigen labsuu, murteesuu, afkopen hin gurguramuu, gurgurun dhismeera afkoppelen gargari cite, gargari ba’uu afkrijgen fixuu aflopen gadi deemu, figuu aflossen deebisani kaffaluu afmaken ixuu, xumuruu afmeten safaruu afneembaar waan ka’uu, buqa’uu, qalqula’uu afnemen offiti fudhachuu, geesuu afnoepen hatuu afpakken fudhachuu Afrika Afrika afrikaans african afruimen ququleesuu afslaan xiqqeessuu, hir’isuu afslag hir’isan gurguruu afsluiten cufuu, muruu, dhaamsuu afsluiting cufuu, xumuruu afspelen xabachuu afsplitsen gargari basuu afspraak belama, walgaltee afspraak(de) bellamma afspreken waliigaluu, belama murtifachuu afspringen utaluu afstaan harka lachuu, afstand fageenya afstandsbediening cuftuu fi bantuu TV afstappen gadi bu’uu afstoffen awwaara’aa, dhukkaawaa aftekenen malatoo aftreden hojii ykn aangoo gadidhisuu afval (het) kosii afwachten nama didaa dhufu eegu afwachten eguu afwachting abdiin waa eeggachuu afwasmiddel Samuna mana fincani itiin micaan afwassen qoda micuu afweer ittisa afwerken fixuu, xumuruu afwezig barumsa ykn hojii irra hafuu, afwijzen fudhachuu disuu, diduu afwisselen wal fakkata ykn jijira isaa afzeggen haquu, dhiisuu, balleessuu afzonderen kophaatti adda baasuu afzonderlijk matayyaa, nama dhunfaa agent(de) poolisi akker dirree akkerbouw dirree qoonaa, qoonaa ??? akkoord teesuuma, waligalte al (-die) kun hundaa al dam niet ta’es ta’u bates al met al walumagalati al hanga amma Albanees/ Albanese Lammii Albaniiyaa Albanie Albaniiyaa aldus jira/jirti alfabetische qubee waldura duba algemeen(in het-) walumagalatti Algerije Algeriiyaa Algerijn/Algeijnse Lammii Algeriiyaa alhoewel ta’ullee, ta’us alinea keeyyata alle hunduu alle hunduma alleen qofaa kee alleen qofaa, allemaal (jullie-) hundi keesan allemaal(dat-) waan hunduma allen hundumaa allerlei kan adda addaa allermeest harki guddan, heeduu caalaan alles terugzetten hunda bakkati deebsuu, suphuu alles hundumtu als je het mij vraagt yoo na gaafate als volgt akkuma kana gaditi als yoo ta’e als akka alsjeblieft maloo( adara kee) alsjeblieft maaloo alsof sirii akkuma althans xiqate yoo jedhame altijd yeroo hunda alvast duran dursa, alvorens dursee alweer dabaltan, itti dabaluun Amerika Amerika amper ciminan; heeduu barbadama ander kan bira ander kan bira, adda anderen warra kaan anders yoo ta’u bate Andorra Angorraa Andorrees/Andorese Lammii Angorraa Angola Angolaa Angolees/Angolese Lammii Angolaa annonce beeksisa annuleren haquu annuleren haquu, balleessuu, dhisuu antecedent balaa antwoord deebi antwoordappa- raat mashini erga fudhu antwoorden deebi deebsuu apart qofaa isaa, qoofati apart addati, qoofati apenliefde jaalala waraa, maatii apparaat sistema, akkata hojii apparatuur meesha apparatuur meeshaa appartement mana jirenya (apartama) appartement mana jireenya , gamoo appels appili arbeiders hojjetoota arbeidsbureau(het) wajjira hojjetoota arbeidscontract kontorata hojii Argentiin/Argentijnse Lammii Argentinaa Argentinie Argentinaa argument falmii, yaadaa ibsachuu arm band ambari harka arm iyesa, hiyeessa arm(de) irree, harka armen irrootaa, harkoota Armenie Armeniyaa Armenier/armeense Lammii Armeniyaa armoede hiiyuumaa, armoedig hiiyeessa arrangeren sirreessuu, qopheessuu arrest qabuu, to’annaa jala galchuu arriveren ga’uu artiest oggesa hawwasumma, siirbituu arts(de) oggesa fayya artsen oggesoota fayya asiel kooluu galuu, biyya birrati baqachuu asielzoeker kooluu galuma gafachuu asociaal farra hawasummaa assertief ejjennoo jaba qabachuu assistent gargaruu, gargartuu assurantie baraarsa, of egannoo Australie Australiyaa Australier/Australische Lammii Australiyaa auto(de) konkolataa automaat(de) maashini automatisch awutomatik avond(de) galgala avondmens halkanin kan ka’u Azerbedzjan Azerbejaan Azerbeidzjaan/Azerbeidzjaanse Lammii Azerbejaan baal borsa, qaraxiiti baan(de) hojjetee, karra gudda, baard areeda baas iitgafatama, Ooganaa, bulchaa baat faayyida babbel mariachuu, odeesuu, hasa’uu baby mucaa, daa’iima babyluiers wayya fincan ijoolee babysitter mucaa eeduu, eegduu, daa’iima bad bakka qaama itti dhiqatan badgast keessumma qaraa dhufee badkamer(de) kutaa qamaa itti dhiqatan badpak ufata dakka bagage meesha, borsa meesha batee Bahrein Bahrein Bahreiner/Bahreinse Lammii Bahrein bakken waduu (bilishesuu) balkon(het) mana jala (baranda) bananen muzii band(de) qunamtii band(de) gomma banen hojiiwwaan bang sodachuu Bangladesh Bangladesh Banglees/Banglese Lammii Bangladesh bank (de) bank bankrekening(de) herrega bankii banneling baqaachuu, baqaatii bar mana bunnaa barbaduu Vinden barst baqaqaa barsten baqaquu, dho’aa base bu’uura, baseren hundee isaa, bu’uura isaa basis(de) bu’uura basisschool(de) mana barumsa sadarka 1ffaa basketbal kuba gubboo basta ga’yee beantwoorden deebi keenuu bed room kutaa Hirriba bed siiree bed(het) siree cisichaa bedanken siin galateefadha, galateefachuu bedankt galatoma, jiradha, ulfaadha bedenken yaaduu bedenken dura itti yaduu, xinxaluu, bedenking itti yaaduu bediende hojjeeta bulchinsa bedienen mana nyaata keessa tatajiluu, bediening tajaajila bedoel jechuun bedoelen jechuun/hikkoo bedoeling feedhi, hawii, ilalcha bedoeling(de) yaada isaa (ishee) bedoelt (met) kanas jechun, kana jeechuun bedonderd maraataa, janja’aa, faja’aa bedrag(het) hanga qarshii bedragen eda’amaa, lakobsa waliigala bedreigen doorsisuu, sossodaachisuu bedreiging doorsisa bedremmeld joonja’aa, joonjoftuu bedrijf(het) dhaabilee kubaniya, warshaa bedrijfleider managera, Oogana bedrijven dhabbilee bedrijvigheid sochii, hojii beeld lakkoobsa, bifa, fakkii, yaada beelden fakkiwaan been (het) millaa, luka beest horrii mana , bineensa beet cininuu beetje xiqoo, xinnoo, xinodha begin jalqabii begin(het) jalqabaa beginnen jalqabuu beginsel namuusaa, siirna qabeessa beginselverklaring sagantafachuu, heeraittiinbulan begint ni jalqaba/ni jalqabdi begrijp nama galuu begrijpen ittidabaleera, hundi keesati idame begrijpt ni galeef, galeeraf begrip(het) naa galeraa begroeiing guddina, biyyi gudachuu begroeten dubbisuu, simachuu begroeting nagaa gaafachuu, simachuu begroten tilmammuu beha (bh) qabdu harma behalen mo’uu, argachuu, fudhachuu behalve malee behandeld simmanaa behandelen kununsuu behandelingen qorannootaa beheer to’achuu beheerder to’ataa, Oogana, diraktera beheersen ajajaa beheren bulchuu, oganuu, to’achuu behoefte(de)(aan) fedhii behoeften fedhiwaan behoeven barbaduu, feedhii qabachuu behoorlijk siirii, dhugaa; haqa behoort…tot qaama ta’u behouden bakka eegumsa qabu, of eeggata behulpzaam gargarsa garii goochuu beiden lachanuu, garii lachuu bejaarden gargarsa jaarsoli bekeken ilaaluu bekend beekama bekijken ilaaluu bekijkt ilaalee/tee/ bekken shaanii golbo, lageen gurgudoo bel (de) bilbiluu bel bilbilee bel…op bilbili belangrijk barbaachisa belangrijke kan fayyadu belangrijkste hunda calaa kan fayyadu belangstelling fayyidaa /fedhii/ belasting (de) ashurraa belastingen basi ashurraa beleid (het) polisii Belg/Belgische Lammii Belgiyem België Beljiyeem, Belgium Belgie Belgiyem Belizaan/Belizaanse Lammii Belize Belize Belize bellen bilbiluu beloven wadaa galuu bemoedieren jajjabeessuu ben dha, ture beneden gajallaa(godaa) benen millotaa(millaa) Benin Benin Beniner/Beninse Lammii Benin bent si’ii;isaa bepaald kan murta’e bepaalt murtese /murtesite bepalen murtesuu beperkt kan walqixate beperkte kan murta’ee bereid qopha’aa bereiken argachuu bereikt nagahee Berg Tulluu / Gaara bergen tulluuwaan bericht (het) ergaa berichten ergawwaan Bermuda Bermudaa Bermudaan/ Bermudaanse Lammii Bermudaa beroep dandeeti (profession) beroepen iyyachuu, wamuu beroepsonderwijs (het) Barumsa oogumma fi technika beschermd ittisuu beschermen(tegen) ittisuu beschik…over jirachuu/qooda/ beschikt over gahaa jirachuu /qodaa/ beschouw laka’u (akka fakkenya) beschouwt (zich-als) mata ofii akka to’achuu beslissing(de) murtee beslist murtese /murtesite/ beslist murtese/tesite/ besluiten murtesuu besluiten murteesu, xumuru, fixuu, besluitvaadig murteessaa, murteesuu best(doet haar-) hanga isheef danda’amu bestaan(het) jirachuu bestaat jira bestaat…uit kan waltti ba’e bestand faayila, toora odeeffannoo besteden irra olchuu besteedt…aan yeroo irraat balesu bestek (het) waan itin waa nyatan bestellen waan ajejamee, booda dhufa bestellen ajeejuu besturingssysteem systema itti fayadaman (hojeetan) bestuur(het) hojii adeemsftoota betaald kaffalamera betaalkaart ragga basii, chekii betaalpas cheekii, gaurantii betaalt kafalee(kafalte) betalen kaffalu betaling(de) kaffalti betekenen hikkoo betekenis(de) hikkaa, hiikoo betekent kana jechuun beter kan foyya’e, kan woyya’e betreft kan ilaalu betrekken(bij) hirmataa ta’u betrouwbaar amanama, abdatama beurt(de)(aan de-) dabaree bevallen da’uu,dhallu bevalt waligaluu bevat ni hammataa bevestigen mirkaneesuu, raggaassisuu bevinden(ons) argamu (iddoof) bevolking(de) uummataa bewegen sosocho’uu beweging(de) sosochii beweren kakachuu bewezen mirkanessuu bewijst ni ilaalchisa bewijzen (de) mirkanessuu bewolkt dumessaa bewust damaqxuu bewusteloos of walaluu bezig houdt(zich-) hojii hojechu bezig(-met) hojii irra bezit qabeenya bezitten abba mana ta’u bezoek daawwannaa bezoek(het) fira (nama) gaafachuu bezwaar(het) mormii Bhutaaan /Bhutaanse Lammii Bhutaan Bhutan Bhutaan bibliotheek mana kitaabaa bidden waqa kadhachuu bieden dhiyesuu biedt dhiyese/site/ bier (het) biraa bij (twee-drie) lamaa sadiin bij elkaar tokkuma irratti bij voorkeur fillannodhaan bij wijze van akka jiruti bij isaa…wajjin bijna xiqoodhaf(xinnodhaf) bijten cininuu bijvoorbeeld fakkenyaf bijzonder adda kan ta’ee bijzondere adda kan ta’e bijzonders adda kan ta’e bikini qabdu harma ( pant daka) binnen kessaa binnen keessaa binnenkomt gale(galte) binnenkort yeroo dhiyoo kessa binnenzak (de) borsa keessa kooti bioscoop (de) sinimmaa bitter hada’aa blaar hita’uu, hitoo blad(het) fuula(waraqadhaf) bladen waraqootaa bladeren ballawaan blauw dooqee, daangulee, cuquliisa bleef turuu bleek ta’ani argamu blender (de) cunfituu kudura fi mudura blij gammadaa blijf turii/turaa blijf itti fufuu blijft zitten…met irra…wajjin turuu blijft ture/turte blijken ta’ani argamu blijkt ni fakkata blijkt(op) fakkachuu blijven turu blijven itti fufuu blik(de) xasaa blikopener (de) waan itiin xassa cufuma banan bliksem (de) balaqeesa boka blinden jamaa, blod quullaa bloed(het) dhigaa bloedneus fununaa, fununuu bloemen abbaboota( ililootaa) bloemkool rafuu dararaa blouse shamizi dubarti blowen gararraa(gubba) blumpot kan abbaboo kessa ka’an boek kitaba boer qootatee bulaa boete adabbii Bolivia Boliiviyaa Boliviaan/Boliviaanse Lammii Boliiviyaa bomen mukootaa bon lafe bon(de) nagahee boodschappen ergawaan boos dalanuu/dhekaamu bord (het) gabatee gurracha bord gabata barefama borden(de) mallatoo kara borst harma Bos Bosona bos(de) hidhaa Bosnie-herzegovina Bosnia-herzegovinaa Bosnier/Bosnische Lammii Bosnia-herzegovinaa bot dadhabaa,kan waa hingalef bots wal lolu Botswaan/botswaanse Lammii Botswanaa Botswana Botswanaa bouwen ijaarsa bovendien sana irratti braden gubuu, arusto waduu, brand(de) ibidaa branden itti fe’uu, itti qabsisuu brandweer balaa abida brandweerman Abida dhamsituu Braziliaan/Brazilaanse Lammii Braziliyaa Brazilie Braziliyaa brede balla’a breekt didigamuu breken cabsuu breken cabsuu breng fiduu breng…mee qabadhu kotuu brengen fiduu brengen fiduu brengt fidee brief (de) xalayaa bril kalaa, marayaa ija broccoli gosa rafuu kan nyatamu broek (de) kofoo, sure broer(de) obolessa broers obollaa brood smeer daboo dibuu brood(het) daboo(shilixoo) broodje(het) daboo xinnoo broodmes hadu/albe daboo broodmes haduu daboo broodrooster ho’iiftu daboo bruin daammii, dhilgee Bruneier/Brunese Lammii Burneyi buffel sangaa buigt ni dachate /ni dacha’e buik gara buiten alaa buiten land biyya alaa buiten(van-) allaa buitenland(het) biyya allaa Buitenlander nama biyya alaa buitenlander(de) lamii biyya allaa buitenlanders dhumuu buitenlandse kan biyyaa alaa Buitenleven jirenya biyya kessa buitenmens kan uumama jajju buitenshuis alaa manaa , chufa alaa Bulgaar/Bulgaarse Lammii Bulgarije Bulgariyaa bureau(het) wajjira, biiroo bureau-accessoires accessories guboo komputera bureaublad Deskii komputera buren olawaan burgemeester (de) bulchiinsa magaala(kantiba) burger(de) jirataa burgers jiratoota Burkina faso Burkinaa faso Burkinees/ Burkinese Lammii Burinaa faso Burnei Burneyi Burundees/Burundese Lammii Burundi Burundi Burundi bus(de) otobsii bushalte(de) bakka /iddoo/otobusin dhabatu buurt(de) nannoo C cadeau(het) kennaa cadeautjes kennaawaan caissiere cashier calculatie herreggii calculeren herregguu camel gaallaa capable beeka, dandeetti kan qabu capaciteit dandeettii waa hubachuu carre addababa’ii, arfaan walqixee cash malaqa callaa cassette (de) kasseetti cassettes kasseetoota Cave Holqa centralisatie wiirtuu, giddu galessa centraliseren waaltessuu, wiirtuu tokomsuu centrum wiirtuu,walakkaa, gidduu ceremonieel yaakaa, badii hojeechu certificaat waraqa ragga, chaos tsiisaa/titisaa charge himannaa, himata, himachuu charge kaffaluu, basuu, human guutuu, chaufferen konkolata offuu, konkolachisuu chauffeur konkolachisuu, chauvinistisch gosumaa chef Oogana, dursaa garee chemicalien keemikaalii chemie keemistirii China chayina chirurg doktarii qaama baqaqsee hodhu chirurgie wa’aansa baqaqsanii hodhu chirurgisch qaama baqaqsuu cholera koleera, dhukuba gara kassa christelijke kan kirstanaa cijfers(het cijfer) lakkofsota circulaire naanna’uu, tamsaasuu, circulatie naannee, raabsii, circuleren naannesuu, raabsuu citroen loommi civiel uummataa, loltuu kan hin tanee claim iyyachuu, waa argachuuf clan gosa, qomoo clean qulquluu client tajajilama, abbaa dhimmaa coach lenjisaa coalitie wal ta’umsa party collecteren guuruu, walitti qabuu collectie kuufama, fulaannii combinatie makaa combine waltti makuu/dabaluu combineren makuu comite koree, commanderen ajaaja keenuu commercieel daldala, kan daldalaa commissariaat wajjira komishinii communautair hawaasumma communicatie yaada, odeefannoo waljijiru communicatief qunnamtii, marii communist siirna walqixummaa compatibel waliin jirachuu compensatie bulii, beenyaa competent dandayeessa competitie dorgommii, morkii compromis walitti araramuu computer(de) kompitera concentraat waan tokkorratii xiyyeeffachuu concentratie qalbeeffannoo concentreren qalbeeffannoo concept yaada conceptie yaada uumuu, concern dhiphina, yaaddoo concert(het) qophii sirrbaa concert(het) qophii sirrbaa concilie caffee, mana maree concipieren yaadaa umuu/maddisiisuu concluderen goolabuu, xumuruu, guduunfuu conclusie xumura, goolabbii, guduunfaa conditie haala, akkaataa conferentie yaa’ii confereren gorsa gaafachuu confiscatie qabeenya humnan fudhachuu conflict walitti bu’insa, waldiddaa constateert baru (mirkanesuu) consulaat gorsa consultatie gorsa gaafachuu consulteren gorsuu contact(het) qunamtti contactvaardig kan yaada nama hirru contant mallaqa (caallaa) controleer to’ate/to’ataa/ controleren to’achuu creatief kan waa uumuu danda’u culturele aadumaa (aadaa) cultuur(de) aadaa cursisten baratoota cursus (de) korsii D daar echii wajjin daar…aan echii irrati daar…in echii keessa daar…mee bayatee/bayatan/ daar…op echii irrati daar…over waan sanaf daar…vandaan echii irra daaraan echii irrati daarbij sana irrat daarheen gara echiiti daarin keessaa isaa daarmee bayatee/bayatan daarna echii bodaa daarnaast bukke sanati daarom sababa isaatin daarop echii irrati daarover kanaafuu daaruit echii keessaa daarvan echii irrati daarvoor kanaaf dacht yaadee dag (de) guyyaa dag guyyaa dagelijks guyya guyyadhan dagelijkse guyya guyyadhan dagen guyyota dak gutuu (xiyye) mana dakloos nama mana hin qabne dames dubartoota dan ook malee yeroo sanas dan achii, duba, booda dan ergasii dank je waqayoo siif hakenu dank u galatoomaa, galatomi dank u wel waqayoo sif haa kennu dansen danasuu das (de) karabata dat wil zeggen kana jechuns (d.w.z) dat sana de aardappelen diniichaa de hond saree de kip handaqoo de koe sawaa(dhalaa) de mesten bayen isaan de moeite waard ni basaa de vis qurxumii de kan isaa december muddee deegroller boko daboo damacu deel(het) kifayii defensie (de) ittissaa degene die nama sana deken qodaa ka’u delen kutaawan delen hiruu democratie (de) deemokrasii den haag heeg denken yaduu denken yaaduu denkt yaade/yaaddee/ derde sadaffaa dergelijke kan kana fakkatan dertien kudha sadii dertig sodoma deur (de) balbaalaa deze kana dezelfde kan wali fakkatu dhr. Obboo dialoogvenster sanduqa marii (yaada) dicht dhiyoo dichtbij sababa sanan dichte dhiyoo dichterbij kan dhiyate die sana, sun dienen tajaajiluu diensten tajaajiloota dienster Kesumeesituu dient ni tajaajila diep gadi fagoo dieren(het dier) horiiwaan dijken hidhawaan bishaanii (gidiboochii) dikke furdaa/Gabataa dikwijls yeroo bayee dingen (het ding) dubiwaan dinsdag (de) kibxata/facasaa/ diploma diploma diplomatisch dippilomaatumaa direct fuladurati directeur (de) itti gaafatama disco dansii discotheek (de) mana sirbaa discreet siir, qajeelan, dogogoramale discussie sagantaan dudubachuu diskette diski komputera dit kana dochter (de) mucaa durba doden waraa du’ee doe godhii doe…open banii doe…uit bassii (uffataaf) doel (het) galma ga’uu doen alsof fakkachisuu doen gochuu doen…aan gochudhaaf doet aan hirmachuu doet kenne /kennite/ doet godhee/gotee/ doet…open ni bane/bante/ dokter (de) ogessaa faayya donderdag (de) kamisaa donker dukannaa donderwolk duumessa, kan bakakkaa qabu dood (de) kan du’ee dood ni du’ee/ni dutee doodmoe bayee dadhabuu door de week torban keessat door middel (van) itti fayaadamudhan door sababa sanan door kara sanan doordat sababa sanan doorgaan(met) itti fufuu doorzetter waa danda’an keessa darbu?? dorp magaalaa dorp (het) magaama xiqoo dorpen magaaloota xixiqoo dorst (de) dhebuu bishani douche (de) bakka dhiqanaa (shaworii) draagt uffateeti /uffatera/ draait kan argamu dragen uffachuu dragen bachuu dragrn waan dhufu, iitigafatamuma drie sadii drieentwintig digdami sadi drink dhugii drinken dhugu druiven ija wayiin druk bayi’na hojii drukke bakka namni itti bayate drukken (press) goochu, gadi xuqu drukt maxxanse /maxxansitee/ drukte callisaa /kan calluma jedhu/ dubbelklikken yerro lama xuquu(rukutuu) duidelijk ulfatta duim quba agudu Duits Germeniffaa Duitsland Jerman dure mi’aa (wudi) duren fixuu, fudhachuu, ta’uu durf (te) ugguu(medifer) durfden (te) onachuu (medfer) dus kanaaf duur mi’aa (wudi) duurde fixee duurder mi’aa,qaalii duurt fudhata/ sa’a meqaa…/ dwingt itti dhibuu dynamisch humna kan qabu
E en fi Engeland Biyya Inglizii Engelse kan Inglizii een tokko eenentwintig digdami tokko een paar bicuu(xinnoo) eerst jalqabaa eens (wel-) takka(takkatu) eet nyadhu eerder kana dura eens takka(takkatu) eerlijk dhugomuu, amanamaa eenvoudig salphaa eenvoudige salpha een stuk of… cituu eenvoudige salphaa eeuwen baroota(bara) een of andere kana ykn sana eerste jalqabasaa eerst tokkofa, dursa eens (het-) takkiti een tijdje yeroo murt’ee een stuk(-…-er) kafaltti een kwestie van kan…gaafii eén keer klikken yerro tokko xuquu( klick) gochuu eeuw(de) wagaa dhiba echte dhugomaa echter dhugumma economische dinagdumaa echt kan dhugaa economisch dinagdessa( ikonomisti) ??? economische minsteera ikonomi zaken??? economie(de) Ikonomii eetkamer kuta eigenlijk dhugaa dubachudhaaf eigen kan dhunfaa eisen gaafachuu eindigt ni dhumaa einde (het) dhumaa ei (het) anqaaquu,buphaa,kilee eilanden(het eiland) tuluu bishan keessaa(daseeti eind (het) dhumaa eist gaafatee(te) eindelijk dhuma irrati egoistisch ofittoo, ofittummaa Egypte gibtshii egenar abba mana /kan mana kiresu/ eigenschappen cimiina oguummaa element (het) qaamaa elke tokkon tokko isaa elkaar matta mattaa elk tokko tokkon elleboog (de) ciqilee empathisch xiyyeefannoo ada keenuf emmer baldi bishani emoties miira jaba, jalala, gamachuu, sodaa jibbaa ernstig dubiidhabii e-mail(de) e-mail enkel (de) gulubi milaa enkele tokko tokko energie (de) humnaa enkel(geen-) homaa enige qofaa isaati /qofaa isheeti enorm gudaa enige (tijd) yeroo murt’ee enzovoort …itti fufaa en zo kan kana fakkatu er echii ervaringen muxxannoo ergens iddoo tokko erheen gara echii erkennen fudhatama er…uit echii keessaa er…mee bayate/bayatan/ er…op echii irratti ervaring(de) muxxanno ervan echi irra er…om kanaafuu ervoor waan sanaaf er…aan achii irra erger kan caaluu ermee isaati er…bij sana wajjin er is jira er is geen hin jiru eruit namatii dhaga’amuu, erwt(en) atari xobee erg baaye’e eten nyachuu eten(het) nyataa etenswaren nyata fi dhugati hunda euro (de) qarshii wuropaa Europese kan awuropa Europa Awuropa even sirri…(liki) even waliqixee eventueel suta sutaan eveneens itti dabalan eventuele yeroo boode evenwichtsgevoel madaalii siir keenuf evenals dabalan extra bu’aa examen(het) qormatoota exclusief …utuu hin dabalin F factoren haaloota familie (de) maattii warra fanatiek leellisaa waan tokko februari guurandhalaa feest (het) nyachisaa (digisii) feestdag (de) guyaa ayyana feestdagen (de) guyoota ayyana feit (het) dhugomaa felle hadha’aa fier boona,boontuu fiets (de) biskiletii fietsen biskilet ofuu fijn garii file (de) fayilaa film (de) film films filmoota financiële kan mallaqaa flat (de) apartamaa flauwekul shokorkota, fiyida hinqabnee fles (de) qaruuraa flesopener bantuu qaruuraa flessen qaruroota flexibel dandeettii offi jijru flink sana irratti flink si’ataa, kormee fluisteren asaasuu fluiten forico, fiishikaa fluitketel dhanfiftu bishani formulier(het) foorem fornuis (de) waan daboo irri tolchan Frankrijk Frensaay Frans Afaan Faransay Franse kan Frensaay frisse qulquluu friteuse waan ittin diniicha waadan functie (de) hojii G ga deemii ga...langs deemuu gaan deemuu, deemaa, deemi gaan...binnen keessa galuu gaan…door itti fufuu gaan…mee yeroo dheraa turu gaat over waan sanaf gaat deemee /deemtee gaat ni wamaa/sevki/ gang (de) kara irra darban gang van zaken(de) halaa gang kara seenan garage bakk konkolatan dhabatu garantie garantii garde (de) tochuftu hanqaqu gas (het) gazii gast Kesummaa gastvrouw Kesumeesitu xiyara gatentekst(de) dubiffama gauw arifachisadhaan gave dandeeti, keena ogumma geacht ulfina, wamicha ulfina gebeld bilbilee /bilbiltee turtee gebeurd ni umamee gebeuren umamuu gebeurt dhalate/ uumamee gebied (het) nannoo gebieden nannoowaan geboden gaafachuu gebonden kan hidhame geboren dhalachuu geborgenheid egumsaa, gebouw (het) gamoo gebouwd dhagadhan kan ijaaramee gebracht ni fide/ni fidee gebreide jas shuraba harkan hojeetame gebrek aan (het) gababina gebreken gababina gebroken cabuu, kan cabee gebruik itti fayyadam gebruik (het) muxannoo gebruik (het) itti fayadamu gebruiken ititajajilamuu, iti dhima ba’uu gebruiken fayyadamu gebruikt fayyadame /fayyadamte gebruikte fayyadame /fayyadamte geconstateerd bu’a qorqnnoo gedaan hojeechuu /gochuu gedachten yaadaa gedeelte(het) hiruu, qooduu gedegen cimma, murtessa gedeisd caalsuu, tasgaba’ gedisciplineerd naamusa qabachuu gedraaid xabachisuu gedrag (van) amalaa gedreven daldaludha (handel-) gedronken dhuge/dhugdee geduld obsa geduldig dhukkubsataa, dhukkubsatuu gedurende yeroo hammamf geduurd fixee gedwongen dirqisisuu geef keenii geeft toe ballesa amanuu geeft kenee/kentee geel keeloo geen homaa geest (de Heilige-) afuura geest (de) wagga dhibba geevwen amummachuu gefeliciteerd bagaa gamade gegaan deemuu gegeten nyachuu gegeven kenname gegevens (het gegeven) tartibaan gegevens waan walti qabame ‘data’ gegrepen abootefate gehad godhera gehecht maxoo, walitiqabsifamee geheel guutuu gehele gutuu geholpen gargaruu gehoord dhaga’u geit reeti gek (op) bayee jalachuu gekeken ilaaluu gekend beekuu gekocht bitee/bitatee gekomen dhufuu gekost basii itti ba’e gekregen argachuu gelachen (om) kolfuu geld(het) qarshii geldig kan hin gubatin /ID/ kard geldt kan hin gubatin geleden dura geleend liqeefachuu geleerd barachuu geleerd baradheera gelegen kan argamu gelegenheid (de) carraa gelijk (hebben-) sirri ta’uu gelijk qixee gelijkvloers bu’uura darbi lafa geloof (het) amantaa geloof amantaa geloof amntii geluid (het) sagalee gelukkig garumansaa, gamachuu, gelukt milka’inna gemaakt kan hojjetame gemakkelijke salphaa gemakkelijker salphaa gemeenschap(de) uummataa gemeentehuis bulchiinsa magaala gemiddeld tilmaman /nannoo gemiddelde tilmaman gemist yaaduu geneeskunde barnoota fayya genezen fayyisuu, fayya geniet basha’ii genieten (van) bashananuu genoeg ga’aa genoemd mogaafata georganiseerd kan qindomee geroezemoes sagalee wal irraa hin cinne dhageesisuu gepraat (over) odeesuu gerecht mana murtii, mana seera geregeld rawwachisuu gericht (op) kayyoonsaa gering qusatuu geruite burabure roga arfee (squre) geschenken kennaa geschiedenis (de) seenaa geschikt wali- simataa geschoten dhukasuu geschreven barresite /barresee geslapen rafuu gesloten cufaa gesp hituu qabatoo gesprek (het) dubii gesproken dubachuudhaf gestoken cubeedhaan waranuu gestopt ni dhabee/ni dhabdee gestreept burbure dalga gestroven du’uu gestructureerd cassefammaa gestuurd ergame getallen Lakkobsoota, lakobsa getroffen argamuu getrouwd fudhee /herumtee gevaar (het) balaa gevaarlijke bocht marfata gadhe geval (het) akka carraa gevallen kufuu gevallen halawaan geven kenuu geven…tot amanuu gevestigd dhabateera gevierd kabaje/kabajee gevoel (het) miira gevoerd adeemsifamu gevolg (het) kan itti fufee gevolgd dukka bu’e/butee gevonden argachuu gevraagd (van) gaafatame/tee gewacht egee/egdee geweest demee/ta’e /beeku geweigerd dhorkuu geweld (het) humnan geweldig bayee baredaa gewerkt hojete/tee gewonnen mo’achuu gewoon kan ta’ee gewoonlijk yeroo bayee geworden ta’u gezag (het) itti gaafatamuma gezegd dubachuu gezellig nyachisaa/ baredaa/ gezellige kan barechee gezeten ta’uu gezicht (het) fulla gezien ilaaluu gezin (het) matii gezocht barbaduu gezonde fayyumaa gieten harii godhachu, tortoru, ging (over) bakkasaa ging deemee, kara ba’an gisteren kaleessaa glas(het) burcuqoo glazen burcuqotaa gleuf (de) uraa/baqaqaa goed conditie haala garii goed garii goede coordinatie qindomina garii goedemorgen akkam bultani goedenavond akkam dhisfatan /akkam dhisifatee 1000.goederen fe’umsa goedkoop rakasha goedkoper rakasaa gooien darbachuu gordijn golgistu (magarajaa) graag (willen-) laphee irra graag gedaan homaa miti graane fedhiidhaan, gammachuudhaan grappige kolfisisaa gratis bilisa grens (de) daangaa grijs boora grijs daalaacha grillen waan irrati foon waadan groeien gudachuu groeit gudate/gudatee groen magarisaa groene magarisaa groente(de) kuduraa groenten kuduroota/timaatimii groep garee grond (de) lafa groot gudaa groot gudda grootmoeder (oma) akoo grootouders akkowwan grootouders akoo fi akakayu grootste gudaa grootvader (opa) akakayu grote gudaa groter kan gudate grotere kan akka gudaa gunstig wali simata H haalt fide/fidee haal fidii haalt ga’uu haar kan ishee haar (het) rifeensaa haar man abba mana ishee haar vrouw hadha mana isaa Haar stijl Kununsa mataa halen fiduu half walaka handleiding (de) qajeelfama handtas borsa harka handschoenen shurab harka hang fanisuu hand (de) harka handen harkoota handel (de) daldalaa hangt fansee/fanftee hangen fanisuu handig Oogesa harka hangt…af (van) ta’us,ta’u dhiisus ni danda’a hakken muru, katafu hal (de) koridori halasketting fayaa mormaa harde (met-hand) cimaa/jabaa harde schijf diskii (samuu) komputera hard cimaa /jabaa harder iyya gudaa hard iyya gudaa hart (het) laphee hadden irachuu had qaba ture/qabdi turte had het over odichii, waan, turef hagels cabii bokka handig gandeeti gutuu haven (de) wedebii havens wedeboota heb qaba hebben qabna hebt qaba/qabdi heden amma heeft qaba/qabdi heel tevreden gamachuu, gamaduu heel wat bayee heel bayee heel guutuu heen (vaar… ) garamti heer (de) obboo herrie sagalee bayee, iyyuu, wacuu heet maqaa kee heilige qulqulluu (Afura) hele guutuu isaa helemaal guutumati helft (de) wallaka helft (de) wallaka helpen gargaruu helpt gargaree/gargartee helpt…een handje gargaree/gargartee hemd qomee, shamizi hen kan isaan hen isaa heren dhirootaa herfst biirraa herhaal irra debi’ii herinner (-je je?) yaadachuu Heritage Hambaa herstellen suphuu, debsan ijaru het beste hunda irra het kalfsvlees foon sawaa het lamsvlees foon jabii het liefst kan caluu het rondvlees foon sanga het schapenvlees foon holaa het spijt me dhifama het varkanvlees foon boyee het sana heten maqaa hetgeen mali, isaa kami, hetzelfde kan wal-fakkatuu heup daalee hielpen gargaran hier asi hierin kana keessaa hieruit kana keessaa hiervan asi irra hij isaa hoe gaat het (met) akkam hoe komt dat akkam ta’u danda’a hoe komt dat akkamt ta’u danda’a hoe vaak yeroo hamami hoe zou dat komen? akkamti dhufu danda’aa hoed gonfee, baarmeexaa hoef (-nooit) barbaachisuma hoeft hin barbaachisu hoek (de) handaraa(xarzii) hoek (de) xiyoo mana (kara) hoesten qufa’uu hoeveel hammaam hoeven (geen) hin barbadan hond (de) saree honderd dhiibba honderddertien dhiibba fi kudha sadii honderdeneen dhiibba fi tokko honing damaa honing wijn daadhii hoofd (het) samuu hoofdgerecht(het) nyataa hoofdletter(caps lock) qubee gurguda kan banuu hoofdpijn mata dhukubi hoog ola’anaa hoogactend kabajaa wajjin hoogstens bayate yoo jedhame hoop (de) abdii hoor dhaga’u hoorde (zo-dat) dhaga’e /dhagese hoorde dhagese hopen abdii godhachuu horen dhga’uu horloge sa’ati harka Hotel Hoteela hou…van jallachuu houd…van jaalaachuu houden tursuu houden…van jallachuu houding (de) bocaa qaama houdt in keessa galchuu houdt…op dhabuu houdt…van jallachuu huid gogaa qamaa huidige dhaabii huilen bo’uu huis (het) mana huis nummer(het) lakkofsa mana huisarts (de) ogeessa fayyaa huishouden (het) qulqulina mana huishouding (de) hojii mana/qulaullina… huizen mannootaa hulp (de) gargarssa hun isaan (nama bayedhaf) hun isaan hun kan isani huren kireefachuu huur (de) kiraa huur kiraa huursubsidie(de) kiraa hirisuu huurt kirefate/kirefatee huurder mana kirefata huwelijk (het) fudha fi heeruma I 1016. inderdaad akkanaa! 1017. ijs (het) jellatii(cabii isaa arabani) 1017. inderdaad siiridha 1019. in kessa idee (het) yaadaa ideeën yaadoota idiote raatuu, ajuuzaa idioot jufunfula, gowwaa, ieder tokkon tokkn isaa iedere tokkon tokkonsa iets belangrijks kan fayyadu iets dergelijks kan kana fakkatu iets dubii ik wil niet hin barbaadu ik wil nani barbada ik anaa in (het verkeer-) kessaa in bedrijf dhabba keessat in cursief bifa barumsatin in de eerste plaats sadarka jalqabati in de loop van yeroo boda in de praktijk hojiidhaan in dienst (nemen-) qacaruu in dit verband bu’ura kanan in feite haqaa in gaan (op) deebii kenu in grote lijnen haala bala ta’een in het bijzonder bifaa addatin in orde seeran/ namussan in plaats van idoodhaf in staat (ben je-?) danda’u in strijd met qabsa’uu in verhouding (tot) wol-birati yeroo ilaalamu in werkelijkheid hojiidhaan in wezen qaaman in zekere zin dhugumadhan in…opzicht (het) wol-birati yeroo ilaalamu inclusief wojjin indien yoo ta’e indruk (de) ilaalchaa industrie (de) industrii ineens baandi irrat inhoud (de) qabiyee initiatief yaadaa haraa burqisisuu inmiddels hangsiti innemen fudhachuu innovatief yaada haaraa uumuu insectenbeet ilbiisan cininamuu, inspiratie kaka’umsa; yaada ka’umsa Intelligent beeka interessant bashanansisa internet (het) interneet invloed (de) dhibba invoer biyyati galchuu, messha galchuu invullen gutuu invullen uknka gutuu, iti gutuu inwoners jiratootaa inzicht (het) ilaalchaa is er? jiraa? islamitische kan islaamaa J ja eeyyee jaar(het) bara jacht adamoo jacht adamsuu jammer namma gaduu (garalafuu) januari Amajii Japan Japan jaren waggootaa jarig wagga/bara/ dhalota jas (de) Jaketi jawel eyeen je (=jij) si je (=jou) sii (dhiraaf) je weet maar nooit waan ta’u hin beekamu je(=jouw) kan kee jeugd (de) dargagoota jij sii (dhiraf) jogen figichaa jong dargago (ijoolee) jong mucaa jonge mucaa jongen (de) dhira (dargagessa) jongens iroota(dargaagootaa) jongeren ijolee jongste quxisuu jou sii jouw kan kee juf (de) barsistuu dubarti juffrouw (de) barsistuu dubarti juist sirii juiste siridhumati juli Adooleessaa jullie isin(bayinan) jullie kan keessan juni Waxabajii jurk wandabiti gutuu K kaal kan rifensi irra dhume(malaxa) kaart (de) kardii kaart (de) mapii/kaarta kaart (menu) nyataa kaartje (het) tikeeti kaas (de) formajoo/baduu/chiizii kaka’umsa inspiratie kalf jabbii,emmoo kalm cal-jedheessa,qabbanaa’aa kamer (de) kutaa kamers kutalee kan/kon danda’u kans (de) caraa kant (de) qarqaraa kantine (de) mana buna kantoor (het) biiroo kapot cabee(cabaa) karakter (het) amalaa kast (de) sanduqa waya, keek ilaaluu keelpijn qoonqoo dhukubi keer (de) yeroo kelder mana lafa jala kelner eegduu ken beeku kenden beekuu kennelijk furdhatama, iffaa kennen beekuu kennis (de) beekumsa kennis…maken(met) wol-baru kennissen hiriyoota kent ni beekaa/ni beekti keren debi’u kerk (de) bataskana/cherchii kerstmis (-) ganaa(yeroo kolen xabatamu) keuken (de) kushinna keukenrobot haduu, murtu hunduma kiest filate/filatee kiezen filachuu kijk ilaalii kijken ilaaluu kijkt (naar) ni arga/ni agarti kijkt…aan argee/argitee kilo (de) kilo kind (het) da’ima kinderen dai’iman kindergeld malqa da’iman klaarmaken fixuu/xumuru klantgericht bedee(kesuma) tajajilu klas (de) kutaa kleding (de) uffataa klein xiqoo/xinnoo kleindochter mucaa durba, intala (ilma) kleine xiqoo/xinnoo kleinere kanxiqatu/xinatu kleinkind muca ijoole kleinzoon mucaa dhira, intala (ilma) kleren ufatoota kleur (de) haluu kleurenpalet halluu dibamuu klikken xuquu, xuqaa, klinkt sagale fakkatu klok (de) sa’aa (yeroo) klopper boko(sap) ruktuu, waliin maku klusjesman hojeeta furtuu knie (de) jiilba knikt mata rasuu knoflook Qulubi adi knop biinkoo kolbaa, hiituu knuffel mucaa/ijolee hammachuu koe (de) saawa koeien saawoota, saawaan koelkast firiji nayata keessa ka’aan koffie (de) buna koffie zetapparaat mashin buna danfisuu koffieautomaat masinii buna koffielepeltje manka xinno koken nyata qophesu kom binnen seeni/dhiraafs/dubartidhafs kom kotu/kota kom…langs kotuu komen koottaa , koottu komen dhufu komt dhufe/dhufte komt.te weten(over) baree/bartee komt…uit biyya dhalota komt…vrij bilisa ta’u konijn iletti koning (de) motti koning motii koningin hadha mana motii koningin motuu koninginnedag(de) guyya mototti koop bituu koopt bitee/bittee koorts (de) hoi’ina/buluqa qaama kop (de) burcuqoo kopen bitachuu kopje (het) burcuqoo shayee koppig kan yada birro hinfudhanee kort broek (de) qumxa kort gababaa korter kan gababate korting (de) gatii hira’ata kortste gababicha kost gatii kosten basii kraan boonbaa krijg argachuu krijg…terug ammas argachuu, deebisani fudhachuu krijgen argachuu krijgt argate/argatee krijgt…mee argachuu kruispunt (het) walti qaxamura kara kun danda’u kunnen danda’u kunt ni danda’a/ni dandesi kurukentrekker bantu vinnoo kussen (het) borrati kussen dhungachu kwaad aruu, dalanuu, dheekamuu kwaliteitsbewust qulqulina kwamen (-thuis) dhufan kwart rubii kwartier (het) daqiiqaa kudha shan L
laat (hoe-) sa’a meqaa laat barifachuu laat dhisii (dhirafs/dubartidhafs) laatst dhiyooti laatste kan dhuma laatste kan darbe laatste haraa lagen kolfu lager gadi aanaa Lake Haroo lamp vervangen ampolii fanisuu lamsvlees(het) foon xobee/ishee refu dhalate/ lanceeren Rokket dhukasuu, darbachuu Land biyya Landschap Teessuma Lafaa Lang gezicht fuula dherra lantaarn boloqee,hephoo,kototee,xabarii lastigvalt nama dhibuu, cunqursu, laten hayyamuu, eeyyamuu lavabo bakka fula itti dhiqatan leer barachuu leergierig barachuu danda’uu leerlingen baratoota leert barrate/barratee lees dubisii/dhirafs,dubartifs/ leest dubise/dubistee Leider hoogganaa, ittigaafatamaa lenen liqeefachuu lenig salphatti kan gad jeedhuu lente (de) arfasaa lente (de) arfassaa leraar (de) barsisaa lerares(de) barsistuu leren barachuu les (de) barumssa lessen barumsootaa let…op achii irraa letter (de) qubee leuk kan nama gamchisu leuker kan foya’ee leven (het) lubuu/ruhii leven jirachuu levert bu’a kenuu levert…op bu’a kenuu levert…strijd kan qabseesuu lezen dubisuu lichaam (het) qaamaa lichamelijk qamaan licht (het) ibsaa licht (not heavy) salpha licht ifaa lid (het) miseensa liefde (de) jaalaala liefdesbrieven xalayaa jalaalaa liefs kan keti liegen sobuu lieve mi’aa liever caalaatti lift waan ittiin gamoo ba’aan liggen ciisuu ligt ciisee/ciiftee lijkt …of ni fakkataa/fakkati lijst (de) babalinaa lijstje (het) tartiba likken arabuu links bitaa lippen (de) hidhi Liquar drank Dhugaattii / Mashataa Llonden Llonden loodgiter hojeeta boonba loop milaan deemuu loopt (-gevaar) wol-dorgomsisuu loopt milan dema/demti lopen milan deemuu lopen sutan tarkanfachu/deemu lopend milaan los baduu los… op furmataa argachuu loslippig oduu hedumesu losser kan lafee loyaal amanamaa, amanamtuu lucht (de) samii lucifer qabsiiftu abida (kibirit) lui dadhaba luid sagalee gudaa luister dhagesee/dhirafs,dubartifs/ luisterbereid dhageefachuuf qopha’uu, lukt bakkan ga’u lust mefachuu, dhandamachuu, M maand (de) ji’aa maandag (de) dafinnoo/kibxataa/hojaa duree maart Bitootessaa maal (de) yeroo mag kan eeyamame maar garu maatschappij (de) hawassaa maakten godhan maakt…schoon ni qulqulesa/ni qulqulesit maatschappij (de) dhabaa maatbeker safatu bishani (dhangal’aa) maakt godhe/gote maar qofaa maak hojeechuu maakt…klaar qophesuu maken…klaar qophesuu mannen wara dhiroota maken hojechuu maakt of-duka busuu maatschappelijke hawassaa maatregelen tarkanfiwaan macht (de) tayitaa machine (de) mashinii machines mashinoota materiaal (het) qodaa mate (de) hamma markt (de) gabaa man (de) nama manier (de) toftaa man (de) abba mana /dhirssaa/ Marokko Morokko mag kan eyyamamedha map batuu fayilaa maximalimaliseren ol gudisuu, itti dabaluu maximaal hinbayate yoo jedhame meer itti dabala meer (geen-) itti dabala meestal yeroo bayee meester barsisaa dhira meent dubii dhabiin meest bayee meestal yerro hunda meeste bayensaa meerdere kan bayatan meenemen qabani demuu meerderheid (de) bayinaan me ana mei caamsaa met dha…wajjin men namoota mensen Uummata/namootaa melk (de) anaan methode (de) malaa metro (de) babura kesaa kessan met betrekking tot… kan ilaalen meten safaruu, dheerna safaruu met mate safartuu met name maqadhan caqasuuf mevrouw (de) aaddee meter (de) metrii met ander voorden jechaa biratin mening (de) ilaalchaa menselijke kan nama mensen uummata menubalk tarreessa programi(komputera) medische yaaluma/yalumsaa medicijnen qoriicha meisjesachtig kaka melden iyyachuu meldt iyyate/iyyatee meren (het meer) galanoota merkwaardig beku barbaaduu merkt…op ni hubate/ni hubatee merkt ni hubate/ni hubatee microgolfoven (de) waan nyata ittiin ho’isaan midden (-in) giduu middag (de) sa’a booda middelen mallootaa middelvinger quba gidu (quba dheeraa) midden (het) giduu middelbare mana barumsa sadarka 2ffaa middel (het) meeshaa mij kan koo mijneer (de) obboo mijn kan koo millennium (het) bara haraa miljoen jiratootaa miljoenen miliyonaa milieubewust kununsa naannoo eeguu minder kan xiqate minerale water Haro / Bishan Albudaa minuten daqiiqootaa ministers minsteerootaa minister (de) minstera minimaliseren gadi xiqeesuu minister-president (de) muumicha minstera minstens xinodhumat/xiqoodhumat misschien tarii mis jalaa ba’u mis yaadee/yaaddee mistig hurii moeilijke ulfataa/cimaa memo yaadannoo m’n (=mijn) kan koo mogelijkheid (de) carraa ta’uu, danda’amuu moeilijkheid (de) rakkina, rakkoo moeten gochuu qaban moet gochuu qabdu moederbord samuu komputera mooi bareduu/baredaa morgen bori morning ganama moest irrajira(dhirafs/dubartidhafs mogelijk ni danda’ama mogen danda’u moeite (de)(kost-) dadhabii moesten gochutu isaan irraa ture mochten gochuu ni danda’u moderne amayaa/amayessa mond (de) afaan monitor /scherm foda komputera, diskii moment (het) yeroo(op een bepaald-) moeilijkheden rakkoo mogelijkheden akka tasoota mogelijkheid (de) tasaa motiveren kaka’umsaa moor qaruuraa bishan itti danfisan muts shuraba matati keewatan muur (de) keenyan /gidigidaa muis hajeejuu komputera harkan muisknop hajeeju komputera bakka tuqan Museum Muuziyamii muziek (de) sirbaa/muziqaa N naaldhakken qophee dheeraa naam (de) maqaa naar (luisteren-) raadiyo dhageefachuu naar (mijn gevoel) akkan barbade naar link gara bitaatii naar recht gara mirgaatii naar verhouding wajjin…yeroo madalamu naar gara naartoe gara esaa nacht (de) haalkan nachten halkaniwaan nadat …booda nadeel(het) midhama nadelig gochuu nadenken xinxaluu nadere kan itti fufuu naief gowwaa najaar (het) dhuma waggaa nakt quullaa namelijk maqaa caqsuu duwaaf namen maqootaa nationaal saba natuur (de) ummama natuurlijk siiritti, ba’eesa nauw dhiphoo nauwkeurig siir, siiriiti kan ibsame navigatiepijlen balalitu fooda komputera irra Nederland Holland Nederlander(de) dachii Nederlanders Hollandoota Nederlands (het) dachii neef durbii neem fudhuu neem…op kasuu neemt op kasuu neemt ni fudhate (dubartidhaf) neemt(…) toe ni dabalata neemt…in iddoo /bakkaa/ qabachuu negatief (-) neegeetivii negen sagal negenentwintg digdami sagal negentien sagaltama nemen fudhachuu nerveus sodataa, mataa isaa irrattii kan net als akkuma kana netjes qulquluu, siraataa neus (de) funyaan neuspiercing fayaa funyani nicht mucaa durbaa kan oboleesa (obleti) niet alleen…maar ook.. . qofa utuu hin ta’iin niets homaa nietsnutten dhibaa’umma, dhibaa’aa nieuw hara nieuwjaar (-) wagga haraa nieuwsgierig waan tokko barudhaf hawii qabachu niks aan (vinden-)yeroo … irratti ballesuu niks homaa/homtuu nodig (hebben-) barbaachisu nodig (is-) barbaachisa noemen wamuu/mogasuu noemt jedhamu/wamaamu nogal caalaatti, irra caalaa non tajajiltoota amanta nonkel (oom) esuma nooit yomiyuu noorden (het) kaaba normaal dhugaa normale kanbaramee nou amma november sadassaa nummer (het) lakkofsa nummers lakkofsoota O ober Kesumeessa/dhira/ ochtend (de) ganamaa octendmens ganaman kan ka’u oefeningen shakaloota of yookiin of…of yookiin officieel seeraa qabessaa ogen ijootaa ogenblik (het) battala tokko ogenblikje(het) adaraa keessan eegaa oktober onkololessa om (-…uur) …sa’aa irratti om (vraag-) silee om afdeling gara om te drinken dhuguu om… te dadhabaa (laze) omarmen nama hammachu omgeving (de) nannoo omgvalen balla konkoolataa omhoog (gaat) gara olitti omstandigheden haalootaa omwisselen jijjiruu, geddaruu onbekend kan hin beekamne onbekende waan hin beekamne onbillijk haqa irratti kan hin hundoofne ondanks yoo ta’e iyuu onder andere(o.a.) isaan giddudhas onder broek ufata sure jala (pant) onderling giduu isaan ondernemingen dhabbilee ondertussen gidutti onderwerp (het) mata duree onderwerpen mata durewwan onderwijs (het) barumssa onderzoek(het) qorannoo onderzoeken yaaluu (akkamuu) onderzoekt qorate/ qoratee ongedisciplineerd namusa dhabuu ongeduldig obsa qabachuu dhabuu ongeluk (het) balaa ongelukkig gaddaa, gaddisisa, ongerust gaduu, aruu, rakko cimma ongeveer tilmaamaan onhandig waa to’achuu dadhabuu onlangs yeroo gababa kessatti onmiddellijk arifachisadhan onmogelijk kan hin danda’amne onnozele gowwa, daafura onrustig afrifata ons nuyii(unuu) ontbijten ciree ontbreekt ni hira’ataa ontbreken hira’achuu ontdekken argachuu ontdekken argame, humame, (discoverer) ontdekt argate/argatee ontevereden aruu, gaduu onthoud yaadachuu onthouden yaadachuu ontmoet walarguu ontmoeten walarguu ontslaan hiikuu, gad dhiisuu ontslagemend Angoo/tayita gadii dhisuu ontstaat ni uumamee ni mulatee ontvangen harka fudhachuu ontvangt fudhte/fudhatee ontwikkelen gudachuu ontwikkeling(de) gudachuurraa onverdraagzaam obsaa dhabuu onweren bubee onze kan keenyaa oog (het) ijaa oogen ijoota ooit guyyota irraa guyyaa tokko oom (de) eesumaa/wassila oor gura oorbellen fayaa gura oorlog (de) waranaa oorzaak (de) ka’uumsa oorzaken ka’umsootaa oost bahaa oosten (het) bahaa op bezoek gaafii (firaa…) op de hoogte (van) haaloota beekuu op grond van itti rara’uu dhan op het eerste gezicht yerodhuma ilaalamu op reis adeemsa irratti op tijd yeroodhaan op weg naar gara op…bouwen ijaruu (megenbat) op…halen fiduu opdracht (de) ajajaa opdracht hojii , hajeja raawwatamu opeens tassaatti openen banuu opent bane/bante opgehaald isheen fidee opgelost furmatii kan argamef opgemerkt hubachuu opgenomen galmeessuu opgestaan siree irra ka’uu opgevallen yaaduu dhisu opgeven galma’uu ophoudt (met) dhabee/dhabdee opleiding(de) barumssa, lenjii oplossing (de) furmataa opmaak waa irra kaa’uu, irra buusuu, opnieuw akka haratti opruimen qooda kasuu opschepperig of tuluu, of jajjuu opschieten arifachisu opslaan galmeesi ka’ii opslaan als akkastti ol kaa’ii opslagcapaciteit humana kussa opstaat hiribaa irraa ka’u opstellen dhiyesuu optimist gamadaa/waan garii kan yadu optimistisch fulaa duratti waanta garii yadu optreedt qophii dhiyesuu opvallend haala nama dhibun opvang dandhamachiisuu, boqochiisuu opvangcentrum bakka baqatan iti dandhamatu opvattingen walitti qabumsa opvoeding (de) gudissaa ordelijk kurfa’aa, waan hundaf qophii oren (het oor) gurootaa organisatie (de) dhabba organiseren gurmeessuu, qixeessuu, oude kan dulomee ouder hangaffaa ouderen umuriidhan kan adeeman ouders warra (family) oudste kan dulomeiyuu ovenwanten waan ho’aa itiin qaban over (-een jaar) waggaa boodee over (kwart-) rubii wajjinofficiéle over iraa, wayee, silee overdreven raajessuu overheid (de) mootummaa overigens echirratti overleg (het) dudubii overleggen mari’achuu overlijden du’ee, booqotee overmorgen iftaan /boor ole/ overtuigen amansiisuu overzicht(het) ilaalchaa P paard (het) farda paardnvlees foon fardaa Paardrijden Farad gulufsiisuu |