Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

Oromos flee Ethiopia because of Oppressions

Source: Yemen Times

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Home

                                       
    

Baqattoota Oromo

Adunya kana keessati rakkon baqatoota Oromoo sadarka nama gadisisu keessa jira yoo jeene haqa irra kan fagatu miti. Waggoti 40 qabsoo bilisuma Oromoo adeema jiru kan siyyasaa lammi kana kan waliqabatee lammin bara barana biyya baqata jiru lakkoobsi isaa hin beekamue.  Lola bara 1977 kan hirmatee achiin kara Jibuti Ameerka nami adeeme tokko Oromoon hara ilee yeeroo sana caalaa Jibuti keessati rakkacha akka jiru raga ba’aa.

Keessatu biyoon ola keenya jiran siyyaasaa abbooti irreee Itiyoophiya degerudhan balaa isaan baqatoota keenya irran ga'aa jiran seena keessati bakka guddati qalama diiman akka barreefamu mootumoota Keeniyaa, Jibuti, Yamane fi Sudan hundati salfi diplomasy tokko malee haqa jiru itti himu qabna. GPO raga baqatoota Oromoo irraa dhiyatu irrati hunda'ee biyooti kanaaf kara Embassy isaan fi kalatiidhan morimi qabu dhiyeessun hoji keenya isaa jalqabati; Hunda keessa kan nama dhibuu mootumman Keeniyaa wayyaanen biyya isaa keessa galtee ABO akka sakatatu hayama keenun mana isaa fi qula ummata isaa hormati argsisun motummicha mata isaaf qaani akka ta’ee adnuya marrati ibsu barbana.

Baqatoota Oromoo mootumman adunyan, motummoon olaa keenya fi dhimmi isaa kan kalatiin ilalatu UNHCR mali gocha akka jiru Gumii Parlamaa Oromoo qamoota kana gaafachu barbada. Baqatoon Oromoo akka baqatoota Iraqi, Palastiin, Kosovo, Kurdi, Somalee, Darfur kkf akka xiyyefannoo keenamuf kara wajjira UNHCR Jeneva fi mootummoota dhimma kana irrati nu tumsu dandan hundti iyyachun dirqama hoji keenya atatama waan ta’eef degersa hunda nu barbachisadha.

 Sababi Oromo miseensa ummata adunya kana ta’ee utuu jiru malif rakko isaa fi gaafin isaa akka siirti hin ilalamneef iffaa fi iffati gafachu feena. Oromoo utuu mirga nama hin dhibbin mirgi isaa akkasiti dhibamee yoo adunyan kara naga mirga keenya hin kabachisu ta’ee of du’aa waa nama hiluu jirachu hin qabu unis caara birra barbadu akka qabnus hubachisu qabna;

Midiyaan ada adda yeerro adda adda rakko baqatoota Oromoo Gaanfa Afrika ibsa basee irra raggan argane malee bayiina baqatoota kana qami adunya xiyyeefana keenef galmeese hin jiru. Haata'uu malee baqatoon Oromoo Gaanfa Afrika:-

  1. Kenya                          21,000
  2. Sudan                           20,000
  3. Somalee                       15,500
  4. Somaleland &Putland 17,500
  5. Djibuti                                    17,000
  6. Yeman                           3,000
  7. Uganda                          2,000
  8. Libiya                                        1,000
  9. Eritrea                            3 300
  10. Waligalati                100,300 ta’uu jedhamee tilamamamaa walumagalati Gaanfa Afrika gutumatii.   

Kun namoota akka baqatumati hin galmiin dabalatee yamu ta’uu kan seeran galman beekaman gabata gidii irraa hubacnun ni dandama. Kunsi ta’ee sun baqata kun mali irra jira jeene gaddi teeny mariachi qabna. Hata’uu malee bakka hundatu baqatoota jira keessa hanga tokko essa akka jiran, maqa issan, umuri fi haala isaan keessa jiran qabataman galmayee waan jiruf qama mootummota adunya hunda geesine qama argisisun ni dandama. Namoon bayeen kan hin galmoofneef wari galaman mal argatan yeero keenya hi baleesinu jechunakka ta’ee raggan biyoota xuqaman kana irra nu ga’ee ni ibsa.

 

 

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved