Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

 Oromo Parliamentarians Council (OPC)

   Baga nagayaa Qa'ee Gumii Paarlaamaa Oromo Dhuftan! Welcome to OPC!                                                                                                      

 

Seena Gootichaa  


Free Bekele Jirata OFDM General Secretary and Other Oromo prisoners
 

-------------------------------------------------------

The Meles Family & Corruption

 

 


                                                                                                                  TOKKUMMAAN

                                                                                                             HUMNA!

 

 

Contact Us: info@oromoparliamentarians.org


Nuhamiin Biqila Yadataa exiled to UK

Nuhamiin Biqila Yadataa   Known VOA journalist exiled to UK (full report)

_________________________

Text of President Barack Obama's inaugural address on Tuesday, as delivered.

Click here

---------------------------------

Interview With Dr. Getachoo Jigi

Kutaa 1ffaa, 2ffaa, 3ffaa, 4ffaa, 5ffaa


 

 

 

 Oduu Oromiyaa

Jaalewaan Oganootaa qabsoo Oromoo, Oganoota Hawassa Oromoo fi Hayyuu Oromoo hundaaf.

Bakka jiran hundati!!!

Dhaabbilee Oromoo Haala ummati keenya keessa jiru kana hubatan murtee tokko irra ga’uun dirqama lamumma ta’ee argamera.
 

Ummaani keenya yeroo amma kana kara hunda diina isaa garbonfatuuf irrati wal nyaatuu kara itti of irra itissu walale haali jiru kara hunda itti dukana’ee jira. Nafixaanyan Tigree isaa nyachaa jiru utuu irra hin deemin Nafxaanyan kaleessa immo Oromoo lamafaa garboonfachuuf waan dandayee hunda gochaa jira.

Yeroo kana immo Ilmaan Oromoo bakka hundatti wal qoodani diina dhisaan wal irratti booba’aa turan. Haali kun Ummtaa keessatti sodaa, yaadoo ummu irra darbee ummtati Salphina gudda itti ta’ee jira. Kun immo Ummata keenya Hamilee caabse abdi kutachisa jira. Sodaa, yaadoo fi salphin ummtaa keenyatti dhaga’amee kanaaf bori utuu hin tanee hara’aa deebi keenuu qabna.
 

Kanaafu Dhaabbilee Oromoo rakko ummtachaaf dursa keenudhan wari bilisummaa oromooti amanan fi kayyoo ummtaa Oromoo haqa irratti kan wal galan haala dure tokko malee tokkuman Bilisummaa Oromoof akka hojeetan murteefatan Uummtaa Oromoof ibsuu qabu. Haawwasi Oromoo bakka hunda jiru ilee tokkummaa Oromoo jalati hirire lammi isaa biyya jiru cinna dhaabachuu qaba. Dhaabbilee kayyoo haqa fi Bilisummaa Oromooti amanan hundi adda addumma xixiqa dhisani Uummtaa diinan marfamee kana tokkumman cinna hiriru qabu. Ogantoon dhaabbilee Oromoo ykn bakka bu’oon isaan fi Ogannon Hawwasa USA Atlanta marii godhachuun walga’ii ummta kana itti fayyadamun walgaltee tokko labsachuu qabu. Ogantoon Haawwasa Oromoo fi Dhaabbilee Oromoo (NGO) akka OSA Ogannotaa dhaabbilee Oromoo fi Ogannoota Hawwasa Oromoo walti fidudhan Oromoo gidutti tokkummaa fi jaalala akka jajabesinuu hunda keessan kabajaan gaafana.

Tokkummaan Oromoon Bilisummaan Oromoo ni mirikana!

Getachew Jigi Demekssa, Dr.

Dura ta’aa Gummi Paarlamaa Oromoo

Ethiopian troops 'return to Somalia' is official after Somalia made a plea for military aid - Aljazeera 20/6/2009

UK: Linking Oromo Coffee Company in Manchester with Oromo coffee growers in Ethiopia

Professor Gebisa Ejeta Wins World Food Prize 2009

100 People Dead by Wayyaanee-made Conflict Between Gujii Oromos and Sidamas.

Video: Oromo demonstrate in Brussels Against Ethiopian Repressive Regime zondag 31 mei 2009
 

OSA Letter on pollution of Lake Koka

The Pollution of Lake Koka of Oromia Regional State, Ethiopia is an unfolding environmental tragedy with significant human consequences, particularly for the surrounding Oromo community. Full Report

Dhabuu hin qaabnuu mirgaa keenyaa. Wallaloo MP Waadoo E. irra nu ga'ee. 23/04/2009

Oromo Community in UK's protest demonstration protest at G20 summit

Ethiopia: UK Launches New Student Immigration System

More than 80 Oromo Students Arrested and Under Severe Beating in Bahir Dar University

The Borana Oromo of Ethiopia Inaugurate New Leader in Badhaasaa

Up-to-date Oromo related News (Ecological Destruction in Oromia)

Permanent Link- Video- Woyanne's destruction of Lake Koka

Tokkummaa kun kayyoo dhaabbilee fi gaafi ummataa ala ta’uu hin qabaatuu.

Kutaa 4, bara 2009

Released OFDM Leader Goes to Trial in April

Ethiopian Group Concerned about Al Amoudi Donation (click here)


Ethiopian opposition leader Bekele  Jirata freed on bail

Full REnglish\Facts about Oromo\Mass killing.htmeport

........................................................................................

Oromoon Kara Hunda Ajeefamaa fi Samamaa Jira

 (Kutaa 3faa) Bara, 2009

Enyuu Samichaa fi ajeechaa nu irrati gegessa jiraa?

Tukummaa WFDO fi KBO irra mal baranaa?

Wari kan Hoo Mal Gonuu?

Waraaqsa  Federalisti Demokkrataawa Oromoo fi Kongressii Uummatootaa  Oromoo tokkuma uumun dhaabilee hafanf faakeenya garidha.  

Oromoon Kara Hunda Ajeefamaa fi Samamaa Jira

(Kutaa 2faa) Bara, 2009

Enyuu Samichaa fi ajeechaa nu irrati gegessa jiraa?

Enyuu Nu samee nu samsisaa?

Mal Gonuu?

Bareefama kutaa 1faa keessati Samichaa TPLF Oromoo irrati raawwachaa jiru waraa dhabatan raawwachisaa jiran OPDO bakka lamati qodine  ilaalun keenya ni yaadatama. Wayyanen Miseensoota ishee akka barbadeeti ergachuudhaf waan Saditi gargaramti. Insii 1) Lammi Oromoo kan hintanee mududhaan garajabinan akka ajeesuf samuu goti, 2) Lammi Oromoo ajeessan ummatan akka jibaman gooti, 3) Qabeenya mootummaa fi ummtaa samani malamaltuman liqimfaman akka isaan wayyanee sodacha jiratan gooti. Garee Ilman Tigrayi kun gocha ajeechaa fi samicha kana keessati of laqan waan jiranif gaafatamun keenyaa hin oluuu jeedhan waan hunda rawwata jiru. (Gabaasa Guutuu)

 

Ethiopia troops 'leave Mogadishu'

Ethiopian soldiers in Mogadishu
Ethiopian troops had been fighting Islamist insurgents

Ethiopian troops have withdrawn from their main bases in the Somali capital two years after they intervened in Mogadishu, reports say.

There were scenes of jubilation among Mogadishu residents as the troops left. full Report

Dhaamsaa GPO Bara 2009 Ummataa Oromoof

 

Dr. Getachew Jigi Demekssa

Chariman of Oromo Parliamentarians Council

Rakkon Bara 2008 yaadachun bara 2009 ciminee akka hojeenuu isinif dhamna. 

Barii 2008 keessaa dabaree kun baroota heeduu darban caalaa ummataa Oromooti hadha’aa akka ta’ee warri rakko kana dhandhaaman fi warri hordoofaa turees ni hubanaa. Rakko Bara 2008 keessaa ummataa Oromoo mudachaa ture karadhuma hunda  ture. Rakkina Siyyassaa, Dinagdee, Samichaa, Belaa, ajeechaa, reebichaa, hidhaa, fixinsaa sanyii namaa wayyaaneen Oromoo irraati rawwaacha turtee. Kara birrasi wal-dhabdi Oromoo giduuti dhalaten diinaa dhisan wali irraati ololun Oromoo hunda kan gaddisise fi hamilee ummata keenyaa irraati midha gudda kan gesisedha. Rakkolee darbee wal yaadachisuu bara dhufu waan gari hojeechuu maluu yaadaa wal gumachun waan barbachisaa ta’eef. (Gabaasa gutuu)

                     

--------------------------------------------------------------------------------------------------------

  • Haawwasaa Adunyaatiif

    Mootummoota adunyaa Hundatiif

    Dhaabilee Falmitoota Mirga Dhaala nama hundatiif

    Haawasi adunyaa, lammin Oromoo fi qamoolen adunyaa hundi Lamii Oromoo  mana hidhati gurama jiran kana hunda hidha keessa basisuu fi mirga isaan kabachisuu kara isaa waan danda’aamuu hunda akka caraquun wamicha dhiyeesina

    1. Obbo Baqqalaa Jirataa Bareessa Waraaqsa Federalisti Demokkratawaa Oromoo
    2. Obbo Isheetuu  Kitilii Abba qabeenya Hotela Hawwi (Gabaasa guutuu)

     

     

     

Oromo Parliamentarians Council. Copyright © 2008 OPC. All rights reserved.